🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

#Manguddoon hoggaa dubbattee si gorsitu ; fuulaan itti achii d | Al-risala-tube

#Manguddoon hoggaa dubbattee si gorsitu ; fuulaan itti achii deebi'ii xiyyeeffannoodhaan qaama kee guutuu gurra godhii caqasi.

#Bahara muuxannoo isaatirraa siif qicutti jira.

#Bu'aa bahii fi muudannoo isaatirraa siif waraabutti jira.

#Gaara umrii isaatirraa, qottoo yaadannootin fottoysaa, siif
laatutti jira.
Gorsa maanguddoo laayyotti hin ilaalin.

#Guddaa kabajuun, xiqqaa rahmata gochuun waan Nabi nuu dhaamani (s.a.w)

#ﻟﻴﺲ ﻣﻨﺎ ﻣﻦ ﻟﻢ ﻳﺮﺣﻢ ﺻﻐﻴﺮﻧﺎ ﻭ ﻳﻮﻗﺮ ﻛﺒﻴﺮﻧﺎ