🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Qur'aanni Qalbii nama jiisa. #Milkaa'uudhaaf يَٰٓأَ | Al-risala-tube

Qur'aanni Qalbii nama jiisa.
#Milkaa'uudhaaf

يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ ٱرۡكَعُوا۟ وَٱسۡجُدُوا۟ وَٱعۡبُدُوا۟ رَبَّكُمۡ وَٱفۡعَلُوا۟ ٱلۡخَيۡرَ لَعَلَّكُمۡ تُفۡلِحُونَ۩

*Yaa warra Rabbitti amane, rukuukga godhaa, ammallee sujuuda godhaa, salaataa,
*Rabbii keessan gabbaraa.

*Waan keeyrii taye takkaa waan gaarii taye dalagaa, akka rahima, takkaa fira maxxanfatu, haala tolu'uufa.


*Akka milkooytanii, jannata haqa godhattaniif.