🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

☆Gaaffiif deebii marsaa 71ƒƒαa ☆Qophii Proojektii Ramadaanaati | Al-risala-tube

☆Gaaffiif deebii marsaa 71ƒƒαa
☆Qophii Proojektii Ramadaanaatiif kutaa 6ffaa irraa.
____________________

[1] Hojiiwwan gaggaariin biroo lakkoofsa isaanitiin baay’atu. Hojiin gaariin takka si’a kudhan baay’achuun hanga dachaa dhibba torbaa yookiin san caalaa geetti. Soomaf garuu Rabbiin mindaa isarratti (sooma irratti) kafaluuf ofitti qabuun lakkoofsa malee kafalaaf.

#A| Dhugaa
#B| lakkii hisaabni isaa himame jira.

[2] Wantoota sooma guutumatti hin balleessine garuu qulqullinna isaa hir’isan keessaa kan hin taane?

#A| hamii
#B| kijiba
#C| sobaan ragaa bahuu
#D| Beekaa nyaachuu/dhuguu

[3] Naamusni yeroo soomaa hordofani yoo namani nama arrabsuu fi loluuf dhufe wanta fakkaatun itti deebisuu dhiisudha. Adaba nama soomu keessaa tokko dirree arrabsoo fi lolaatti faallaa sanii ta’uudha. 
Namni tokko yoo isa arrabse ykn loleen, “...........” haa jedhu.

#A| “Ani nama soomu” haa jedhu.
#B| Humnaan ofirraa deebisuu.
#C| innis waan isarra gaheef deebii fakkaata laatuufi
#D| Deebiin hin jiru.

[4] Soomni ...... kan jedhameef nama soomu san badii keessatti lixuu irraa ni tiiksa.

#A| Eboo #B| ramadaana
#C| xiyya #D| Gaachana

[5] “ Jannata keessa balbala .... jedhamu jira. Guyyaa Qiyaamaa warroonni soomaa turan isa keessaan seenu. Warra sooman malee namni biraa isaan waliin hin seenu.

#A| Ar-Rayyaan
#B| baabul jihaad
#C| baabul sadaqaa
#D| baabul shafaa'aa

[6] Nama soomuf gammachuu lamatu jira.

[7] Naamusa (Adaba) Yeroo Soomaanaa hordofuu Qabanu

※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
※ yeroon deebiin itti xumuuramu.
※ hanga salaata fajrii 11:00 .

※ ြၜAl-risala-tube
※ ြၜGaarommina qalbii.
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※