#Ibaadaawwan Ramadaana keessaa. #Muslimoota hundaafuu jia kana keessa gosoota ibaadaa kan akka salaata sunnaa, Quraana xinxalaafi hubannoo waliin qarauu, tasbiiha, tahliila, tahmiida, takbiiraa, istighfaara, duaaii shariiaa. Gaariitti ajajuu, hamtuu irraa dhorguu, gara Rabbiitti waamuu, dhabeeyyiifi hiyyeeyyii irratti ballisuu. Haadhaafi Abbaatti tola ooluu keessatti qabsaauu, firooma fufuu, ollaa kabajuu, dhukkubsataa gaafachuufi wantoota biroo gosa khayrii irraa tae keessatti qabsaauun karaa godhameera. 457 views17:07