Get Mystery Box with random crypto!

☆Gaaffiif deebii marsaa 72ƒƒαa ☆Leenjii, 'Buufamiinsaa fi wali | Al-risala-tube

☆Gaaffiif deebii marsaa 72ƒƒαa
☆Leenjii, "Buufamiinsaa fi walitti qabamiinsa Qur'aanaa" jedhu irraa, kutaa 1ffaa.
.____________________________
[1] Abjuun Nabiyyiin argu hundii dhugaadha.

#A| Dhugaa #B| Lakki hundaa miti

[2] Ruuhi amanamaa ta’e isaan bu’e (Qur’aana Rabbiin irraa fide). "نَزَلَ بِهِ ٱلرُّوحُ ٱلۡأَمِينُ"
#Suuratu Ash-Shu’araa
Hoggaa jedhu Ruuh eenyu?

#A| Qur'aana #B| Nabiyyicha
#C| Jibriili #D| Hunduu deebiidha.

[3] Qur’aanni waggaa .... keesssatti dhawaata dhawaatan, aayaa aayan (keeyyata keeyyataan), boqonna boqonnaan bu’aa ture.

#A| Lamaa #B| 1442
#C| 23 #D| 10

[4] Osoo Ergamaan Rabbii (SAW) rafan Qur’aanni abjuudhaan isaanitti hin buune. Qur’aanni osoo isaan of beekanii fi hirraba irraa dammaqanii jiranuu isaan irratti bu’a ture. Wanti abjuun isaanitti bu’e Qur’aanan ala wahyii (ergaa) biraati. Fakkeenyaf,

#A| Banamiinsa Makkaa
#B| Ayaa Qur'aanaa gabaabaa
#C| wantoota gara fuunduraatti dhugaan uumaman biroo abjuun argu.

#D| A & C #E| C & B

#F| Deebiin hin jiru.

[5] Malaaykan Jibriil bifa .... gara Ergamaa Rabbii s.a.w dhufuun ergaa itti geessa?

#A| Afuriin #B| jahaan #C| sadiin #D| shaniin

[6] Haaris ibn Hishaam akkana jechuun Ergamaa Rabbii (SAW) gaafate, “Yaa Ergamaa Rabbii! Wahyiin akkamitti sitti dhufaa?” Ergamaan Rabbiis (SAW) ni jedhan:

[7] Wahyii jechuun maal jechuudhaa?

※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
※ yeroon deebiin itti xumuuramu.
※ hanga salaata fajrii 11:00 .

※ ြၜAl-risala-tube
※ ြၜGaarommina qalbii.
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※