🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Jecha Hayyoota. ﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩ Nama dallansuudhaan ad | Al-risala-tube

Jecha Hayyoota.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

Nama dallansuudhaan adda baateen, tarii gaafa aariin irraa galte carraa walitti deebi'uu ni qabda, garuu nama sitti koflaa adda baateen ammoo walitti deebisaan ni jabaatti.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

Beekaa jechaan nama waan gaarii fi hamaa addaan beeku qofa osoo hin taane, nama gaarii dalaguun hamtuu irraa of dhoorkeedha.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

Seeqinsi islaamaa seeqinsa qalbii irraa dhufe, seeqinsi namni obboleessatti seequ sadaqaadha, Nama islaamaatiif diiniidha, nama birootiif ammoo hojiidha, maamila harkisuudha, namatti fuula toluudha.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩