🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

#Ibaadaawwan Ramadaana keessaa. #Muslimoota hundaafuu ji'a ka | Al-risala-tube

#Ibaadaawwan Ramadaana keessaa.

#Muslimoota hundaafuu ji'a kana keessa gosoota ibaadaa kan akka salaata sunnaa, Qur'aana xinxalaafi hubannoo waliin qara'uu, tasbiiha, tahliila, tahmiida, takbiiraa, istighfaara, du'aa'ii sharii'aa.

Gaariitti ajajuu, hamtuu irraa dhorguu, gara Rabbiitti waamuu, dhabeeyyiifi hiyyeeyyii irratti ballisuu.

Haadhaafi Abbaatti tola ooluu
keessatti qabsaa'uu, firooma fufuu, ollaa kabajuu, dhukkubsataa gaafachuufi wantoota biroo gosa khayrii irraa ta'e keessatti qabsaa'uun karaa godhameera.