🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Dorgommiin hifzii Qur’aanaa adduunyaalessaa yeroo jalqabaatiif | Al-risala-tube

Dorgommiin hifzii Qur’aanaa adduunyaalessaa yeroo jalqabaatiif Itiyoophiyaatti qophaa’e
~~~~
Dorgommiin hifzii Qur’aanaa adduunyaalessaan yeroo jalqabaatiif Itiyoophiyaatti qophaa'e. Dorgommii guddaa kana irratti biyyoota 56 ol irraa dorgomtoonni ni hirmaatu.

Kanuma sababeeffachuun keessummoonni saganticha irratti hirmaatan gara biyyattii seenaa jiru. Dorgommii hifzii Qur’aanaa fi Azaanaa akka idil-adduunyaatti gaggeeffamu kan barana Itiyoophiyaatti qophaa’eef Dorgimmichaafis qophiin barbaachisaan hunduu taasifamaa tureera.