Get Mystery Box with random crypto!

#Ijjannoo boonsaa 'We'll not change our religion because of 2 | Al-risala-tube

#Ijjannoo boonsaa

"We'll not change our religion because of 28-day World Cup " Qatar to LGBTQ groups

'Waancaa Adunyaa guyyoota 28tiif turu jennee, Amantii keenya hin jijjiirru" jechuudhaan Qatar garee qindeessitu FIFA tiif Alaabaan warra rainbow akka mirmirfamuu hin dandeenye beeksifte.

Alaabaan halluu gargaraa qabu rainbow warra isa hordofuu mallattoo taye, tapha kubbaa miilaa Adunyaa FIFA 2022 Qataritti qophaa'u irratti hin eyyamamu!