🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

#Hawaasa Muslimaa Indiyaa; 'Nu ajjeesuu dandeessu, garuu osoo | Al-risala-tube

#Hawaasa Muslimaa Indiyaa;

"Nu ajjeesuu dandeessu, garuu osoo nuti lubbuun jirru goonkumaa jaalaalle keenya Muhammad [s.a.w] tuffachuu hin yaalinaa."

#Aduwwiin islaamaa yeroo hunda jibba Islaamummaa fi Nabiyyii keenya Muhammad [s.a.w] irraa qaban akkumayeroo calanqisisanitti, Qondaaltonni olaanoon paartii biyya Indiyaa bulchaa jiru lama dubbii jibbiinsaa waa’ee Nabii Mohaammad dubbachuun biyyoota musliimaa hedduu dheekkamsiise, haala kanaas balaaleffachuun tarkaanfilee garagaraas fudhachuutti argamu, Sa'udii Arabiyaanis ibsa jabaa dubbii aanga'ootni paartii BPJ Indiyaa kana balaaleffatu baasteetti.

#Fidaaka Abii wa ummi yaa rasuulallaah.