Get Mystery Box with random crypto!

Hiikni isaa 'Yaa Allaah ani gabricha keeti ilma gabricha keeti | Al-risala-tube

Hiikni isaa "Yaa Allaah ani gabricha keeti ilma gabricha keetiiti, ilmi garbittii keetiiti,sammuun koo harka kee jira,murtii narratti darbeera, murtiinkees murtii haqaati, maqaa kee hunda isaatiinan si kadhadha, kan ati ittiin of moggaafte, ykn kanati uumamakee keessaa nama tokko kan barsiifte, ykn kitaaba kee keessatti kan ati buufte, ykn beekumsa fagoo kan si malee homtuu bira gahuu hin dandeenye keessatti kan ati hanbifatteenin si kadhaa, qur'aana kana qabbana qalbii akka naa gootu, akkasumas ifa qoma kootii akka naa gootu, deemsisaa gadda kootii akka naa gootu,deemsisaa yaaddoo kootii akka naa gootun si kadha yoo jedhe, Rabbi yaaddoo isaatiif gadda isaa sana irraa deemsisee,bakka
isaa gammachuu buusuuf malee hin hafu" jedhan.