#Arafa, Jumuah & Eid Khateebs at Masjid Al Haram, Masjid An-Na | Al-risala-tube
#Arafa, Jumuah & Eid Khateebs at Masjid Al Haram, Masjid An-Nabawi & Masjid Al Namirah.
Akka Haramain.info gabaasetti.
• Kuxbaa guyyaa Arafaa kabajamaa zulhijjah 9 gaggeefamu Masjid Al Namirah Arafaattii kan kuxbaa gaggeessan Hogganaa #Liigii Muslimoota Addunyaa kan tahan, Sheik Mohammad Bin Abdul-kariim Eisa.
• Salaataa Eid Masjid Al-Haramitti gaaf zulhijja 10ffaa kan gaggeessan Sheik Abdullah Juhany, Masjid An-Nabawitti ammoo Sheik Abdu-bari Thubaity.
• Kuxbaa Jum'aadhaa gaafa zulhijja 9ffaa Masjid Al-haram kan gaggeessan Sheik Maher Al-muayqali akkasuma Masjid An-Nabawi Sheik Ali Huzaifiin kan gaggeefamu taya.
#Yaa rabbi hiree teenyas nuuf taasisi ganda kabajaa sana dhaquu.