Get Mystery Box with random crypto!

Mohaammad Deeksisoo eessa akka geeffame erga wallaallee torbee | Robale Tube

Mohaammad Deeksisoo eessa akka geeffame erga wallaallee torbee darbeera jedhan maatiin.

Dargaggoon kun erga guyyoota saddeetiin dura qaama nageenyaatiin fudhatamee hanga ammaa eessa akka jiru hin beeknu jedhan maatiin Mohaammad Deeksisoo.

Abukaatoon isaa Obsinaan gamasaatiin, dargaggoon kun buufataalee poolisii magaalaa Jimmaa keessa jiran lamaan keessa akka hin jirre mirkaneefanneerra jedhuun BBC'tti himan.

Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa maal jedha?

Guutummasaa dubbisaa
https://www.gadaamagazine.com/Recent-News/details/234/Mohaammad-Deeksisoo-eessa-akka-geeffame-wallaalaamee-