🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Aashuuraan Roobii moo Khamisa? Guyyaan Aashuuraa kan Mootumma | Riyadul Jannah Tarbiya Team

Aashuuraan Roobii moo Khamisa?

Guyyaan Aashuuraa kan Mootummaan Suudii labse gaafa khamisaati. Kan Misra labsite Roobiidha. Maalumaafuu guyyaa Roobiifi Khamisa haa soommannu. Sababni isaatiis,
Tokkoffaa:- Aashuuraa kophaa isaa soommanuu caalaa Muharram sagaliifi kudhanii soommanuun filatamaadha.
Lamaffaa:- Aashuuraan gaafa Roobii ta'us khamisa ta'us shakkii tokko malee mindaa arganna.

Warri guyyaa Salaasaa soommantanis jaalatamaadha. Sababni isaas "Irra Caalaan soommanaa eega Ramadaanaati kan Baatii Rabbii Muharrami." Rasuul (saw). Khamisa soommanuu hin dagatinaa. Share waliif godhaa.

#Media @Riyaduljanna