🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Ija lamaanu maaltu sidhaamse? Seenaa Bareeddu laali Gaafa | Riyadul Jannah Tarbiya Team

Ija lamaanu maaltu sidhaamse?

Seenaa Bareeddu laali

Gaafa Urwat ibnu Zubeyri miilla tokko fi ilma tokko ganda kessumma dhaqetti dhabe san mooticha bira kessumman takka dhufte kessumicha kessa namni tokko ijji isaa lameenu ballaadha
Kana mootichi yaame gaafate.
_/_
Moti- "ija lamaanu maaltu sidhaamse?" jae
Gurba-"Gaafa tokko roobni guddaan roobee mana fi qabenya kiyya hunda galaanni fuudhee jaarti fi ilmaanis narraa fixee Gaala tokko fi muca daa'ima tokko qofatu hafe achiin oso demnuu gaalli kiyya naduraa fiigee muca kiyya dhiisetin jala fiige qabuuf jala fiynaan ifdubatti muca kiyya isaa iyyun dhagahee gara galee laallan yeeyyin dilli nyaachutti jirtii
"
_/_
Aaah laalmee itti fufe waan jae
"Yoon gama mucaa kiyya debies yeeyyi irraa dhorku hin dandayuu firraa gaaluma kiyya jalaan fiigee akkumaan dhaqabeen gaalli fuula kessa nadhiite ijji tiyya lamman nabeyxee Rabbi kiyyattin hisaabbadhaa" jae

____/_
Laalme dhiirti dila kana mudatte obsite Rabbi biratti mindaa hisaabattii.
---Rabbi jajabdu nuhaagodhu.
@SanduYusra
Il
@SanduYusra