🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Riyadul Jannah Tarbiya Team

Logo of telegram channel sanduyusra — Riyadul Jannah Tarbiya Team R
Logo of telegram channel sanduyusra — Riyadul Jannah Tarbiya Team
Channel address: @sanduyusra
Categories: Uncategorized
Language: English
Subscribers: 945
Description from channel

🔈Da'awaa haala yeroo
🔈Seenaale ulamai,sahabota fi ambiyota
🔈Odeyfanno waytaawa fi goosota barnota biraa arkachuf Riyaadul Jannaa Tarbiya Team link isa join godhun bilisan fayyadamaa.

Ratings & Reviews

2.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

2


The latest Messages 3

2021-06-30 09:29:28 NI JALADHA
NI KHABAJA
NI DINQISIFADHA
NI HAWWA ISA ARKUS
NI HORDOFA SUNNA ISA
NI DHAGAHAA SENASA
NI QABA JALALASA ONNE KESA
NI JALADHA HADHAF ABBA KIYA CALA
NI DU'AA LUBBU TO FIDAN GODHAF
ISAA MALE KANIN ADUNYARATI ILMA NAMA HUNDA CALCHISE JALADHU ABADAN HIN JIRUU TOLCHA JIRUTIYATI BARECHA DU'AA KIYYA YON SHAHADARATI ANI DU'E GUYYAS GUYYA GAMACHU KIYATI AKKAN ISAN WAL QUNNAMU DU'AAI NAF JABESSA MAL HAWITA JATTE YO NAGAFATAN DEBIIN KIYYA NAMA HUNDAFU TOKKOMA ISA IJAN ARKUDHA #ASHRAFAL_MURSALIN_ #KHATAMIL_ANBIYAA #sallallahu_aleyhi_wassallan
...
...
..
.
𝑵𝒂𝒏𝒅𝒉𝒊𝒔𝒊𝒏 𝒚𝒂𝒓𝒂𝒃𝒃𝒊 𝒂𝒌𝒌𝒖𝒎𝒂𝒏 𝒉𝒂𝒘𝒘𝒆𝒕𝒊 𝒉𝒂𝒘𝒘𝒊 𝒕𝒐 𝒏𝒂𝒇 𝒈𝒖𝒕𝒊 𝒏𝒊 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒆𝒔𝒂 𝑨𝒕𝒊

𝑵𝒊 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒆𝒔𝒔𝒂 𝒚𝒂 𝒓𝒂𝒃 𝒕𝒖𝒏 𝒍𝒂𝒇𝒕𝒖𝒅𝒉𝒂 𝒔𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒐𝒍𝒍𝒂 𝒔𝒂 𝒏𝒖 𝒈𝒐𝒅𝒉𝒊 𝒋𝒂𝒏𝒏𝒂𝒕𝒂 𝒌𝒆𝒔𝒔𝒂𝒕𝒕𝒊

t.me/princess_kunuzi
12 views𝙺𝚄𝙽𝚄𝚉 𝚃𝙰𝙷𝙰, 06:29
Open / Comment
2021-06-29 22:17:41 #SIMALE_HIN_JIRUU_MOTIN_ZALALAM

Gota gota caluuu
motin moti caluu
hayun hayu caluu
gaarin gaari caluu
Arjaan kanna caluu
Ajjesan jirachisaan
jaaba lafisan lafa jabesan

qabataf Arkkachisaan
tolaan hunda calaan
moha mohachisaan

..
Si male tokkon jiru ya gofta ko Allah
walhi jacha hin qabu Ani nin dinqisifadha
dandeytisa hundi heddu na Ajjabaa
kan itti balesiti sif Araramuu

kan kanna sif kannu hin hiffanee
na gafadhu sin Ja'uu me essuma jira
isamalee tokkow

#WALAHI_SIN_JALADHAA_ILAHI_MUJIBU
Arara jalata kan tahee

#MOTICHA_KENYA_ALLAHDHAA

t.me/princess_kunuzi
22 views𝙺𝚄𝙽𝚄𝚉 𝚃𝙰𝙷𝙰, 19:17
Open / Comment
2021-06-28 20:59:25 Goofata bareeda kana akka deggarsaatti channel fi group kee irratti nuuf ergi.

M/B tokko keessatti barsiisaan ogummaa tokko daree seenee fakkii adurree fi hantuutaa walbiratti akka kaasan ajaje barattoonni hundi kaasanii erga ilaalchisanii booda gurbaan jarjaraan tokko adurree qofa kaasee itti fide Barsiisanis MEETI hantuunni yoo jedhuun wallahi barsiisaa kaaseen jiraa Adurreetu nyaate malee hin jedhuun seetanii.

Bashananaaf channel Kenya @Riyaduljanna join godhi. Garuu Ergamaa Rahmaan irratti salawaata buusi Osoo goofata biraa hin dubbifne
67 viewsHaafizo Haafize, 17:59
Open / Comment
2021-06-28 20:05:54
Hanga Lubbuun jirru qabsoo itti fufna.

Wanni guddaan ati beeku qabdu kaayyoote irratti waan hunda dura lubbu te wajjin qabsaawi. Gaafa lubbute injifatte gufuu kaayyoo te hambisuuf dhufan hunda injifachuunke hin oolamu. Kaayyoo male jiraachuurra kaayyoo dogogoraa qabaatte jiraachuutu wayya. Namni kaayyoo hin qabne nama tahun isa nama shakkisiisa. Wanni guddaan ati bareechite beeku qabdu Kaayyoo te irratti namni hundi akka sifaarsu hin fadhin.

#Bulchiinsa_Media @Riyaduljanna
63 views𝙺𝚄𝙽𝚄𝚉 𝚃𝙰𝙷𝙰, 17:05
Open / Comment
2021-06-27 20:09:52 عَنْ عَائِشَةَ - رَضِيَ اللهُ عَنْها - قَالَتْ :

قُلْتُ: يَا رَسُولَ اللهِ، إِنَّ لِي جَارَيْنِ، فَإِلَى أَيِّهِمَا أُهْدِي؟

قَالَ: { إِلَى أَقْرَبِهِمَا مِنْكِ بَابًا }.

رَوَاهُ البخاري



Aisha irra akka odefameti [Aishan gafi gafatten ergama rabbi #sallallahu_aleyhi_wassallam ya ergama rabbi! Olla Laman qaba kamif kenna hakennun jatte gafatte ergaman rabbi #sallallahu_aleyhi_wassallam akkana jadhe debisef
Laman irraa kan sitii heddu dhihatuf kanni jadhan

bukharitu gabasee
https://t.me/princess_kunuzi
27 views𝙺𝚄𝙽𝚄𝚉 𝚃𝙰𝙷𝙰, 17:09
Open / Comment
2021-06-26 22:06:05 ☞sahiba (sharika) ra gaarii jachun kan akkami jachun gafatamam Ergaman Rabbi ﷺ

Akkana jachun deebisan
akka rabbi gabartu kan si godhu hojii garii dalagutti kan sikakasuu kan yero rakkof yamate sif dirmatu(sif dhufu) Rabbi sahiba(sharika)gaarii nuf ha kannu


𝐉𝐨𝐢𝐧 t.me/princess_kunuzi
38 views𝙺𝚄𝙽𝚄𝚉 𝚃𝙰𝙷𝙰, 19:06
Open / Comment
2021-06-22 21:15:31
Goota qashtii kana laalime
Goota kana yoo laalte qas-qas oso jattu gangalatta. Awo share godhiga maali namni hundi haa seeqqatu.
68 viewsHaafizo Haafize, 18:15
Open / Comment