Get Mystery Box with random crypto!

𝗕𝗶𝗿𝗾𝗶𝗶 𝗞𝗼𝗼

Logo of telegram channel birqiik — 𝗕𝗶𝗿𝗾𝗶𝗶 𝗞𝗼𝗼 𝗕
Logo of telegram channel birqiik — 𝗕𝗶𝗿𝗾𝗶𝗶 𝗞𝗼𝗼
Channel address: @birqiik
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 999
Description from channel

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Ratings & Reviews

1.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

2


The latest Messages 2

2022-05-15 16:36:05
Ciniinnadhee-
Dafqa cobsee yoon ol dhufu
Gad na dhiibu na darbatu akkan kufu...
Ulaa kaayyoorra
Yoon adeemu deemsa sardaa
Funyoo hidhu na takaaluuf akka fardaa
Dukkanni koo isaaniif aduu
Gaafan boo'u ni gammadu
Tarkaanfiin koo itti hin tolu
"Ishoo..." jedhu yoon hokkolu
Ani garuu...
Mudhii laafee - abdii dhabee
Gadi hin jedhu boquu cabee
Qoreen na waraantus luka
Nan tiradha - nan suksuka
Hurrii har'a na marse caalaa
Ifa boriin achi ilaala!

#leta_kenei_Aga
46 viewsSIIF Hin GALLEE, 13:36
Open / Comment
2022-05-12 20:05:39 Dubbisuun_guutuu_nama_taasisa!

Barreeffamoota kitaaboota addaa addaa keessaa , jechoota hayyoota fi beektoota, seenaalee Waa irraa barannuu Argachuuf Channel armaan gadii #join godha dubbisaa .

Dubbisuun_guutuu_nama_taasisa!
43 viewsSIIF Hin GALLEE, 17:05
Open / Comment
2022-04-28 21:39:32 Namni waan beekuu Wal barsiisuu qaba. Namnii kamii waan beekuu qaba. Anis waaniin beekurraa channel kanneen armaan gadii irraa argachuu dandeessan
64 viewsSIIF Hin GALLEE, 18:39
Open / Comment
2022-04-23 00:16:15
52 viewsSIIF Hin GALLEE, 21:16
Open / Comment
2022-04-22 12:34:14 The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 28 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.
09:34
Open / Comment
2022-04-21 23:35:32 Namni akka simiidhuu akkama hin barbaneti nama midhuu irrahis of qusadhuu.
Jechoota kanneen akkana argachuuf channel afaan oromoo kanneen #join godhaa irraa argachuuf
7 viewsSIIF Hin GALLEE, 20:35
Open / Comment
2022-04-19 23:05:14 Namni akka simiidhuu akkama hin barbaneti nama midhuu irrahis of qusadhuu.
Jechoota kanneen akkana argachuuf channel afaan oromoo kanneen #join godhaa irraa argachuuf
10 viewsSIIF Hin GALLEE, 20:05
Open / Comment
2022-04-18 23:36:14 Namni akka simiidhuu akkama hin barbaneti nama midhuu irrahis of qusadhuu.
Jechoota kanneen akkana argachuuf channel afaan oromoo kanneen #join godhaa irraa argachuuf
14 viewsSIIF Hin GALLEE, 20:36
Open / Comment
2022-04-07 23:30:54

487 viewsSIIF Hin GALLEE, 20:30
Open / Comment
2022-04-06 03:47:50

148 viewsSIIF Hin GALLEE, 00:47
Open / Comment