Get Mystery Box with random crypto!

𝗕𝗶𝗿𝗾𝗶𝗶 𝗞𝗼𝗼

Logo of telegram channel birqiik — 𝗕𝗶𝗿𝗾𝗶𝗶 𝗞𝗼𝗼 𝗕
Logo of telegram channel birqiik — 𝗕𝗶𝗿𝗾𝗶𝗶 𝗞𝗼𝗼
Channel address: @birqiik
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 999
Description from channel

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Ratings & Reviews

1.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

2


The latest Messages 4

2022-02-04 21:28:04 Waa'ee Jechoota gaggabaaboo Xinsammuu, Jechoota beektoota adunyaa adda addaa fi Barruulee gaggabaaboo Kitaaba keessaa argachuuf
66 viewsMAAL MALLIISAA, 18:28
Open / Comment
2022-01-31 19:29:33 Namoonni gamni waa hundarraa fi nama hundarraa baratu, kanaaf channel kanneen armaan gadii irraa barumsa Xinsammuu siif tahu argachuu dandeessan.
440 viewsMAAL MALLIISAA, 16:29
Open / Comment
2022-01-27 21:32:55 -GORSA:-Bu’uurri qabsoo Naamusa! Qabsoo qofa miti bu’uurri namummaatuu Naamusa! Barsiisan, Doktorri, Profeesarri, hayyuun, Saayintistiin meeqa Naamusa hinqabu taanan homa takka hinqabu!

-Ammoo nama ykn garee qulqulluu tokko sagal arrabsaniif qulqullummaa isaa xureessun akkasumas Nama ykn garee yakkamaa tokko sagal faarsaniif addeessanii urgeessuun hindandaa’amu.

-Madaallii hundaatif safartuun jala teessisu ykn gubbaarra baasu, kan kufaatii fi injifannoo isaa murteessu hojii isaa qofa! Murteessan hojiidha, hojiinimmoo amala, amalli ammoo naamusa!

-Naamusni mataan isaa injifannoo nuti waa hundaa ol jalqaba qabsoo walii keessatti galmeessifannee hooggantoonnii fi miseensonni ittin wal horru, kaayyoo itti wal dhaalchifnu, sirna ka’uumsaa fi ga’uumsa keenya ittiin gulaalludha.

-Naamusni karoora, naamusni tarsiimodha, naamusni jechaa fi gocha keenya! Iccitiin milkaayina keenyaa, naamusa keenya keessa jira! Gulaaltun safartuun waa hundaa hojiidha!

-Qabsaa’aa nuuf jecha gaaraa fi laga jiru, dukkanaa fi doorsifamatti jiru haa yaadannu, haa kabajnu, karaa isaanii haa jabeeffannu! Jawar Mohammed guddicha Afrikaanotaa dabalatee Qaaliwwan keenya akka qaroo ija keenyatitti haa kunuunfannu!

-Naamusaan haa hojjannu, bakka jirruu karaa itti amannutti wal jaalalaa fi walkabaja iccitii Oromummaa keessa jiru san akka lafee dugdaatitti qabannee akka dhaloota abboota qabuutitti, nuti ilmaan isaanii haa jabaannu! Jabaadhaa!! Qabsoon naamusa, Naamusnis qabsoo ta’uu garuu daqiiqafillee taatu hindagatinaa!!

@birqiik
89 viewsMAAL MALLIISAA, 18:32
Open / Comment
2022-01-27 21:32:35
80 viewsMAAL MALLIISAA, 18:32
Open / Comment
2022-01-26 21:33:35 Namoonni gamni waa hundarraa fi nama hundarraa baratu, kanaaf channel kanneen armaan gadii irraa barumsa Xinsammuu siif tahu argachuu dandeessan.
26 viewsMAAL MALLIISAA, 18:33
Open / Comment
2022-01-25 19:03:25 Namoonni gamni waa hundarraa fi nama hundarraa baratu, kanaaf channel kanneen armaan gadii irraa barumsa Xinsammuu siif tahu argachuu dandeessan.
9 viewsMAAL MALLIISAA, 16:03
Open / Comment
2022-01-25 18:54:28
==> "Oromiyaatti lammiilee 700,000( kuma dhibba 7) oliif carraan hojii uumamuu ibsame." Oduu jettu yeroo dhageessu..

==> Mana hidhaa keessatti moo...? Nama jechisiisa.
34 viewsMAAL MALLIISAA, 15:54
Open / Comment
2022-01-24 20:16:19
Iccitii jaalalaa kana beektuu namoonni yeroo Wal jaallatan akkamitti jaalala isaanii tursiisuu danda'u?
66 viewsMAAL MALLIISAA, 17:16
Open / Comment
2022-01-24 19:53:58 Namoonni gamni waa hundarraa fi nama hundarraa baratu, kanaaf channel kanneen armaan gadii irraa barumsa Xinsammuu siif tahu argachuu dandeessan.
788 viewsMAAL MALLIISAA, 16:53
Open / Comment
2022-01-21 22:02:53 Sammuun ilma namaa Soora barbaaddii soorrii sun barumsa dha . Waa'ee xinsammuu barachuu kan barbaaduu Jechoota hayyoota fi beektoota adda addaa argachuuf
395 viewsMAAL MALLIISAA, 19:02
Open / Comment