Get Mystery Box with random crypto!

𝗕𝗶𝗿𝗾𝗶𝗶 𝗞𝗼𝗼

Logo of telegram channel birqiik — 𝗕𝗶𝗿𝗾𝗶𝗶 𝗞𝗼𝗼 𝗕
Logo of telegram channel birqiik — 𝗕𝗶𝗿𝗾𝗶𝗶 𝗞𝗼𝗼
Channel address: @birqiik
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 999
Description from channel

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Ratings & Reviews

1.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

2


The latest Messages 5

2022-01-18 21:36:57 Namoonni gamni waa hundarraa fi nama hundarraa baratu, kanaaf channel kanneen armaan gadii irraa barumsa Xinsammuu siif tahu argachuu dandeessan.
6 viewsMAAL MALLIISAA, 18:36
Open / Comment
2022-01-17 20:25:06 Namoonni gamni waa hundarraa fi nama hundarraa baratu, kanaaf channel kanneen armaan gadii irraa barumsa Xinsammuu siif tahu argachuu dandeessan.
159 viewsMAAL MALLIISAA, 17:25
Open / Comment
2022-01-10 21:24:18
Kunnoo Gootnii akkasii
Hawwii koo nuuf jiraadhuu.

@birqiik
36 viewsMAAL MALLIISAA, 18:24
Open / Comment
2022-01-06 19:11:55
"Osoo diinni Oromiyaa diiguuf mari'atu callisanii ilaaluun hin barbaachisu. Kun nama si qaluuf qophaa'eef albee ittin qaruu gadi miti. "

Artist Taaddalaa Gammachuu BBC Afaan Oromoo irratti kan dubbate keessaa.

@birqiik
50 viewsMAAL MALLIISAA, 16:11
Open / Comment
2022-01-05 20:01:14
Atileet Daraartuu Tulluu waa'ee #SirnaGadaa
"Anaaf sirni gadaa seera kamuu caalaa sirna qabeessa dha.
"Sirna amma jiru kana keessaa ummanni hangam sirna kana
kabajaa jira? Mootummaan hagam kabajaa jira? Hangam
kabajaa jirra?!

@birqiik
97 viewsMAAL MALLIISAA, 17:01
Open / Comment
2022-01-04 21:23:13
Oromiyaadhaan Olitti kabaja maalii qabna.

Dhugaa kabaja homaatuu hin qabnu.

Namni Maqaa Oromiyaa yeroo kanatti miidheksee haala sansakkaa isaa eegeen sammuu namaa keessa kaa'u as bahunuu waan guddaadha.

Maqaa Goota Oromoofi Oromiyaa tokkoo keessatti Gootota hunda ilaalla.
Amma Hacaaluu keessatti Oromoo hunda Ilaaluu Hin dandeenyuu?
Mataan nagaa yaadu ni arga.

Galannikee guddaadha Taaddeekoo ulfinatu siif mala.

Yeroo kanatti kabajni ati sabakeetti mul'iste guddaadha.

@birqiikoo
22 viewsMAAL MALLIISAA, 18:23
Open / Comment
2022-01-03 21:00:05 Dubbisuun nama guutuu nama taasisa. Kanaaf ammoo iddoon itti barreeffamoota gaggabaaboo barumsa guddaa kennan itti argamu asidha. #JOIN godhaa Maatii ta'aa. Sammuu keessan sooraa.
78 viewsMAAL MALLIISAA, 18:00
Open / Comment
2022-01-01 23:08:30 Labata Magazine
Maxxansa 12ffaa
Amajji 1, 2022
https://t.me/labatamagazine
58 viewsMAAL MALLIISAA, 20:08
Open / Comment
2022-01-01 20:15:14 Dubbisuun nama guutuu nama taasisa. Kanaaf ammoo iddoon itti barreeffamoota gaggabaaboo barumsa guddaa kennan itti argamu asidha. Maatii ta'aa. Sammuu keessan sooraa.
86 viewsMAAL MALLIISAA, 17:15
Open / Comment
2021-12-26 21:21:43

49 viewsMAAL MALLIISAA, 18:21
Open / Comment