Get Mystery Box with random crypto!

Burqaa Ispoortii

Logo of telegram channel burqaaispoortii — Burqaa Ispoortii B
Logo of telegram channel burqaaispoortii — Burqaa Ispoortii
Channel address: @burqaaispoortii
Categories: Sport
Language: English
Subscribers: 96.85K
Description from channel

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
CEO @Obsamilli
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Ratings & Reviews

2.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

1


The latest Messages 465

2022-04-18 22:12:56
Mucaa lakkuu Kiristiyanoo Ronaaldoo reefuu dhalatan kessaa mucaan dhiiraa boqachuun gabaafame.

Baatiiwwanin dura Ijollee lakkuu dhiiraa fi dhala akka egaa jiran ifa godhanii turan.

Kiristiyanoo fi Jorjinaan ergaa kara fuula Instagrma baasaniin gadda itti dhagahame ibsataniiru

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
3.1K viewsObsaanMilli, edited  19:12
Open / Comment
2022-04-18 19:01:47
Eriik Ten Hag leenjisaa haara Maanchister Yunaayitid ta'uf dhihaate jira.

Ten Hang dhimma dhuunfaa fi jijjirraa taphatoota taasifamuu iratti kilabicha waliin walii galeera.

Waliigaltee Ayaaks waliin qabu diiguuf Yiroo miliyoona 2 akka kaffalamuu beekameera.

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
4.0K viewsObsaanMilli, 16:01
Open / Comment
2022-04-18 18:52:26
Waggaa tokkon dura guyyaa har’a ture Supar Liigiin Awurooppaa akka hundeefamu kan beeksifame. Turti guyyaa lama booda diigamuun isa nii yaadatama.

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
3.8K viewsObsaanMilli, 15:52
Open / Comment
2022-04-18 18:43:25
Kitaaba Kuusaa Walaloo fi Seenaa Gootowwan Limmuu Yeroo gabaabaa kessatti bahuu

Copa Imimmaaniin

Barressaa Toofiq Shariif Yaasin
Jimmaa aanaa Limmuu Saqqaa irraa


@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
3.6K viewsObsaanMilli, 15:43
Open / Comment
2022-04-18 17:05:14
Tapha Betking Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa

Xumurame
M. Dirree Dawaa 2-1 Jimmaa Abbaa Jiraa
Gadisaa M. 54' Dawiit Fikaadu 70'
Henook Ayele 88'

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
3.9K viewsObsaanMilli, 14:05
Open / Comment
2022-04-18 17:02:37 Vidiyoon haaraan gadhiifame jira.

Guyyaa gaarii
Watch "Dr Dafyad Getu vs Obsaan Milli" on YouTube


3.7K viewsObsaanMilli, 14:02
Open / Comment
2022-04-18 15:54:15
Tapha Betking Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa

Boqonnaa
M. Dirree Dawaa 0-0 Jimmaa Abbaa Jiraa

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
3.9K viewsObsaanMilli, edited  12:54
Open / Comment
2022-04-18 15:52:42
Federeshiiniin Kubbaa miila Yukireen tapha injifatanii darbuu waancaa adunyaaf Skootlaand waliin taasisuun dura Akaadamii Kubbaa miilaa Maanchister Siitii keesatti shaakala taasisuuf Maanchister Siitiif gaafii dhiheesse fudhatama argateera.

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
3.9K viewsObsaanMilli, edited  12:52
Open / Comment
2022-04-18 15:05:29
Bruno Farnaandeez ganama har’a yeroo gara Shaakalaa deemuu balaa konkolaataa isa mudatee oso hoomaa hin miidhamiin baheera.

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
4.0K viewsObsaanMilli, 12:05
Open / Comment
2022-04-18 07:31:48
Taphatoota Piriimeer Liigii Inglaand iratti goolii hedduu lakkofsisuun dursa jiran.

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
4.9K viewsObsaanMilli, 04:31
Open / Comment