Channel address:
Categories:
Sport
Language: English
Subscribers:
97.06K
Description from channel
buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
CEO @Obsamilli
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Ratings & Reviews
Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.
5 stars
0
4 stars
1
3 stars
0
2 stars
1
1 stars
1
The latest Messages 473
2022-04-13 17:55:48
Taphoota Betking Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa.
tapha guutuu
Jimmaa A. J 1-2 Faasiil Kanma
M. Nur Naasir 40' Yihun Endeshaw
Okiki Afolabi
@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
152 viewsObsaanMilli, 14:55
2022-04-13 16:45:06
Divook Origiin jijjirraa gara AC Milaan taasisu xumure jira. Bara dorgommii dhufu irra kaasee AC Milaaniif kan taphatu ta'a.
@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
941 viewsObsaanMilli, 13:45
2022-04-13 16:43:20
Taphoota Betking Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa.
85'
Jimmaa A. J 1-1 Faasiil Kanma
M. Nur Naasir 40' Yihun Endeshaw
@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
950 viewsObsaanMilli, 13:43
2022-04-13 15:43:09
Maanchister Yunaayitid Erik Ten Hag leenjisaa godhe qacaruuf waligaltee qophessa akka jiru bekame. Hanga danda'an saffisaan leenjisaa kana qacaruuf yaala jiru.
@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
1.3K viewsObsaanMilli, edited 12:43
2022-04-13 13:05:44
Iddoo hafe itti guuta
@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
2.1K viewsObsaanMilli, 10:05
2022-04-13 10:03:48
Kun Chaanalii Youtube Burqaa Ispoortiiti warri subscribe hin gone subscribe gochu hin dagatina
2.7K viewsObsaanMilli, edited 07:03
2022-04-13 08:39:16
Kariim Benzemaan bara dorgommii kana tapha 38 Riyaal Maadriidif taasise goolii 38 lakkoofsisuu danda'era. @BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
2.9K viewsObsaanMilli, 05:39
2022-04-13 08:37:17
Lukaa Modrich taphataa cimaa tapha kalessaa Madriid fi Cheelsii ta’uun filatameera.
@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
2.7K viewsObsaanMilli, edited 05:37
2022-04-13 08:29:38
Taphatoota Shaampiyoons liigii bara kana iratti goolii hedduu lakkoofsisan.
Robart Lewaandowiskii.................13
Kaarim Beenzemaa........................12
Sebastiyaan Haaleer......................11
Mohammed Saalaa........................8
@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
2.7K viewsObsaanMilli, edited 05:29
2022-04-13 07:24:06
Taphoota guyyaa har’a Taphoota Shaampiyoons Liigii04:00 Livarpuul fi Benefika
04:00 Atleetikoo M. fi Maan Siitii
Taphoota Betking Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa.09:00 Jimmaa A. J fi Faasiil Kanama
12:00 M. Walqixxee fi Bahar Daar Kanama
@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
2.8K viewsObsaanMilli, 04:24