Get Mystery Box with random crypto!

Dirree Beekumsaa

Logo of telegram channel dirreebeek — Dirree Beekumsaa D
Logo of telegram channel dirreebeek — Dirree Beekumsaa
Channel address: @dirreebeek
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 1.87K
Description from channel

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Ratings & Reviews

2.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

1


The latest Messages 2

2021-04-18 22:54:19 AKKAM JIRTUU?

Chaanaloota jireenyaa keenya guyyaa guyyaa keessatti gahee guddaa taphatanii, waan baay’ee irra baratanii fi itti bashannantanii akka armaan gaditti qabanne dhiyaannerra filachuun join gochuun itti fayyadama.


MAAL BARBAADDU LAATA
Oduu fi Odeeffannoo Haaraa
Oddeeffannoo Ispoortii
Kitaabilee garagaraa PDF
Sirboota mp3║mp4
Viidiyoo fi qoosawwan bashannansiisoo
Gorsa Milkaa'ina Jireenyaaf
Graphics fi architecture ni argattu, ittis ni Gammaddu join godha ilaala.
🅐🅛🅛 🅘🅝 🅞🅝🅔
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
570 viewsFree Promoter, 19:54
Open / Comment
2021-04-16 00:00:43 𝐋𝐞𝐭𝐚 𝐊𝐞𝐧𝐞𝐢 𝐀𝐠𝐚


𝐂𝐚𝐥𝐥𝐮𝐦𝐚 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐝𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚
𝐉𝐚𝐫𝐚𝐧𝐚 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐭𝐚𝐚𝐭𝐚𝐧𝐢𝐢
𝐆𝐨𝐨𝐭𝐨𝐭𝐚𝐚𝐟 𝐡𝐢𝐧 𝐛𝐨𝐨'𝐢𝐢𝐧𝐚𝐚
𝐃𝐢𝐫𝐫𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐜𝐡𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐭𝐚𝐧𝐢𝐢....
𝐃𝐮𝐮𝐭𝐢𝐢𝐟𝐢 𝐚𝐰𝐰𝐚𝐚𝐥𝐜𝐡𝐢 𝐠𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐪𝐨𝐨𝐝𝐚𝐦𝐚
𝐖𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐬𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐣𝐣𝐞𝐭𝐞𝐞𝐟...𝐰𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐡𝐚𝐪𝐚𝐚𝐟 𝐨𝐟 𝐥𝐚𝐚𝐭𝐞𝐞𝐟
𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐛𝐨𝐨'𝐚𝐦𝐚?!
𝐖𝐚𝐫𝐫𝐮𝐦𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐮𝐮𝐟 𝐛𝐨𝐨'𝐚𝐚
𝐖𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐥𝐚𝐦𝐦𝐢𝐢𝐟 𝐡𝐢𝐧 𝐭𝐚𝐚𝐧𝐞
𝐖𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐦𝐚𝐚𝐠𝐚𝐚𝐧 𝐣𝐚𝐥𝐥𝐢𝐧𝐚𝐚
𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢 𝐡𝐢𝐧 𝐛𝐚𝐚𝐧𝐞
𝐖𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐚𝐚𝐫𝐬𝐚𝐚 𝐭𝐚'𝐚𝐧𝐢𝐢
𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐞 𝐛𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚𝐟𝐢
𝐖𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐬𝐢𝐢𝐭𝐮 𝐝𝐮'𝐞𝐞
"𝐔𝐮𝐮...𝐮𝐮𝐮..." 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚𝐟𝐢𝐢!
616 views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 21:00
Open / Comment
2021-04-11 22:56:08 Qofummaa koo!!!
~
Maaltu qofummaa caalee
Gaafan waa'ee kee yaaduu
Duraaniyyuu gowwaan ta'ee
Gaafan siif dhukkubee aaduu!
~
Si jaallachuun maal buusaa
Jaalalaa-foo hin qabduu bakkaa
Namni dhugaa isaa si jaallatuu
Yoomiyyuu si biratti yakkaa
~
Kanaafuu ani sirraa citeeraa
Jaalala kees nan goolabee
Utuun baayyee si jaalladhun
Jaalala haqaa sirraa dhabee
~
Gaafan sin jaalladha-jedhuu
Ati galtee kolfa natti duutaa
Utuuma anaan hin xumuriin
Onnee namaa keessa buutaa
~
Anaan maaltu na dhukkubsee
Maal kanan boqonnaa dhabuu
Utuuman ija koon ilaaluu
Kanan abidda harkaan qabuu
~
Lammaffaa maqaa kee hin dha'uu
Maqaa jaalalaas sitti hin kaasuu
Akka kanaan duraa maraadhees
Imimmaan jaalalaa hin lolaasuu
~
Kan kee kanumaan dhumee
Jaalala kees nan dhaabee
Konkolaataa kee keessaa bu'ee
Konkolaataa qofummaan yaabee
~
Baraan jiraadhu hundumaa
Takkaa kennaa koo dhabuu
Atimmoo deemii barbaadii
Ani dhimma kee hin qabuu
~
Gaafan jaalala kee lallabuu
Maalif gowwaa na seetaa!
Maal nama hundumaa jaallattee
Konkolaataa maaliitti feetaa!
~
Jaalala dhugaa hin beektuu
Afaanin dhugdee machooftaa
Gola onnee keetii keessatti
Dhiira meeqa naqxee hooftaa!
~
Kana booda jaalala dhaabee
Kanan jiraadhuu qofaa
Sammuu nagaan deemeen
Jireenya koo hordofaa!

@dirreebeek
694 views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 19:56
Open / Comment
2021-04-11 22:38:45 AKKAM JIRTUU?

Chaanaloota jireenyaa keenya guyyaa guyyaa keessatti gahee guddaa taphatanii, waan baay’ee irra baratanii fi itti bashannantanii akka armaan gaditti qabanne dhiyaannerra filachuun join gochuun itti fayyadama.


MAAL BARBAADDU LAATA
Oduu fi Odeeffannoo Haaraa
Oddeeffannoo Ispoortii
Kitaabilee garagaraa PDF
Sirboota mp3║mp4
Viidiyoo fi qoosawwan bashannansiisoo
Gorsa Milkaa'ina Jireenyaaf
Graphics fi architecture ni argattu, ittis ni Gammaddu join godha ilaala.
🅐🅛🅛 🅘🅝 🅞🅝🅔
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
555 viewsFree Promoter, 19:38
Open / Comment
2021-04-03 22:06:43

1.3K views𝗔𝗯𝗿𝗮𝗮𝗿, 19:06
Open / Comment
2021-04-01 22:30:52 Harree ta'i ja'e
Nan harroome
Ba'aa humnaa oliitu
Narratti fe'ame.

Farda taata ja'ee
Na yaabbate
Tuulluu meeqa saggaaraa
Naan dhaabbate.

Hin beeyne ta ammaa
Akhuma garaan na sodaata
Hoolaa ta'i je'aa
Na qalatuu deema fakkaata.

#Looret_tsegaye
905 views𝗔𝗯𝗿𝗮𝗮𝗿, 19:30
Open / Comment
2021-03-31 22:01:16 AKKAM JIRTUU?

Chaanaloota jireenyaa keenya guyyaa guyyaa keessatti gahee guddaa taphatanii, waan baay’ee irra baratanii fi itti bashannantanii akka armaan gaditti qabanne dhiyaannerra filachuun join gochuun itti fayyadama.


MAAL BARBAADDU LAATA
Oduu fi Odeeffannoo Haaraa
Oddeeffannoo Ispoortii
Kitaabilee garagaraa PDF
Sirboota mp3║mp4
Viidiyoo fi qoosawwan bashannansiisoo
Gorsa Milkaa'ina Jireenyaaf
Graphics fi architecture ni argattu, ittis ni Gammaddu join godha ilaala.
🅐🅛🅛 🅘🅝 🅞🅝🅔
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
886 viewsFree Promoter, 19:01
Open / Comment
2021-03-29 22:44:52 .
Mallattoo Dubartiin Walqunnamtii Saalaa Kajeelte Agarsiiftu


◉ Dubartoonni baay'en yeroo walqunnamtii saalaa kajeelan afaanin dubbachuurra mallattoon agarsiisun itti salphata. Dubartiin tokko gaafa sex si waliin raawwachuu feete sosochii qaamaa ishiin sitti agarsiiftun baruu dandeessa. Sochiin qaamaa dubbii afaanii caala ergaa guddaa dabarsuu danda'a.

Si ilaaluu

➲ Ija osoo hin libsanne sirra dhaabuu. Gaafa sana agartuu dhiibuudhan ija sitti baafti. Hanga ati ishii hin agarretti ijji ishii sirraa ol hin jedhu.

Oduu sitti odeessuu

➲ Haasawaa dur siif hin qabne har'a si jala seentee sitti hasaasti. Ati mee aduu kooti addeessi koo suma ati urjiwwan koo hundaati siin jetti.

Siif kolfuu

➲ Qoosuma nama hin kofalchiifne tokko yoo itti himte mataan duubatti jettee afaan hanga dhumaatti banuudhan ilkaan hunda gadi yaastee kaakkisti.

Sitti maxxanuu

➲ Tuqiitii si faana uumti. Yogguu haasoftu, deemtu yookin si cinaa teessu sitti foqoqxee sitti riiqatti. Humnaa ol si tuqxee sitti maxxanti.

Quba walii gadi oofuu

➲ Fiixee meeshawwanii irra quba naannessiti. Meeshawwan kan akka birciqqoo suuta harka irra oofaa ija keessa yoo kan si ilaaltu taatee humnaa ol akka si kajeelte agarsiisa. Obsa dhabdee qeensaanfaa rurrukunnaan sardamuu ishii agarsiisa. @garrigaram

Hidhii nyaachuu

➲ Gaafas akkuma ati ilaaltuf ammuma amma arraba gadi baasun hidhii arraabdi. Hidhii ishii faa kan ciniintu taanan humnaa ol si kajeeluu ishii agarsiisa. Ija keessa si ilaalaa hidhii sitti nyaatti.

Wan akkasii sitti odeessuu

➲ Kan qofa si hin gaafanne har'a waa'ee sex kaastee odeessuu barbaaddi. Tarii seenaan kee durii kanarratti maal akka fakkaatu si qorachuu dandeessi.

Of qaqqabachuu

➲ Ija keessa si ilaalaa of harka ishii ofirra walii gadi oofti. Amma amma luka walirra korsiiftee takka turtee immoo gargar facaafti.

Affeerraa siif taasisuu

➲ Tari jireenyi keessan gargar yoo ta'e waan hunda qopheessitee ofiifis qoqophooftee mana ishiitti si affeeruu dandeessi. Tokko tokko immoo iyyaafatteetuma si bira dhufuu dandeessi.

Sagalee (sexy voice)

➲ Dubartiin gaafa walqunnamtii saalatiif si kajeelte sagaleen ishii ni jiijjiirama. Yeroo waa si gaafattu, si kadhattu sagalee addaa si dhageessifti. Sagalee dur hin qabne kan nama kakaasu baafti. Sagalicha asirratti barreessun nama rakkisa. Heedduu ofitti nama harkisa miira kadhannaa fakkaatun.

Uffata gaafas uffattu (sexy dress)

➲ Uffata qofa ija kee duratti hin uffanne har'a uffattee sitti gadi baati. Uffata haphii qaama ishii isa keessaa gartokkee mul'isu uffatti. Jalaan gabaabsitee sarba sitti ibsitee gubbaan gadi siqsuun hanga tokko harma ishii si daawwachiifti. Ija kee dura ittiin waallalti. @garrigaram

Sochii jalqabaa taasisti

➲ Waan hunda gootee yoo dadhabde, mallattoo kamiyyuu fayyadamtee ati omaa ishii yoo hubachuu baatte garaa kutachuudhan sochii eegalti. Harka ishii sirra wali gadi oofudhaa jalqabdee hanga kissing gochuutti deemuu dandeessi.

◉ Gochoota kana hunda yoo taasiste fedhii keetin gubattee waxalamaa jiraachuu ishii agarsiisa. Callistee teessee hanga ishiin sochii jalqabaa taasistutti yookin afaanii baafattutti eegurra gochoota ishii kana hubatteefii dirqama sitti kenname ba'uun ga'ee keeti.
━━━━━━⊱✿⊰━━━━━━

Facebook https://www.facebook.com/garrigaram.1/photos/a.101308501725766/230224622167486/?type=3&app=fbl

@garrigaram
@garrigaram
603 views𝗔𝗯𝗿𝗮𝗮𝗿, 19:44
Open / Comment
2021-03-28 22:38:02 AKKAM JIRTUU?

Chaanaloota jireenyaa keenya guyyaa guyyaa keessatti gahee guddaa taphatanii, waan baay’ee irra baratanii fi itti bashannantanii akka armaan gaditti qabanne dhiyaannerra filachuun join gochuun itti fayyadama.


MAAL BARBAADDU LAATA
Oduu fi Odeeffannoo Haaraa
Oddeeffannoo Ispoortii
Kitaabilee garagaraa PDF
Sirboota mp3║mp4
Viidiyoo fi qoosawwan bashannansiisoo
Gorsa Milkaa'ina Jireenyaaf
Graphics fi architecture ni argattu, ittis ni Gammaddu join godha ilaala.
🅐🅛🅛 🅘🅝 🅞🅝🅔
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
628 viewsFree Promoter, 19:38
Open / Comment
2021-03-18 22:33:11 S͟a͟b͟a͟b͟o͟o͟t͟a͟ o͟f͟i͟t͟t͟i͟ a͟m͟a͟n͟a͟m͟u͟m͟m͟a͟a͟ n͟u͟ d͟h͟a͟b͟s͟i͟i͟s͟a͟n͟ k͟e͟s͟s͟a͟a͟

_kaayyoo dhabuu
_of jibbuu
_saalfachuu fi dogongora sodachuu
_hanqina ofii ilaaluu
_qeeqa namootaa
_namoota gammachiisuf carraaquu
_rabbitti hirkachuu dhabuu


@mammaaksoota
928 views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 19:33
Open / Comment