Get Mystery Box with random crypto!

Dirree Beekumsaa

Logo of telegram channel dirreebeek — Dirree Beekumsaa D
Logo of telegram channel dirreebeek — Dirree Beekumsaa
Channel address: @dirreebeek
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 1.87K
Description from channel

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Ratings & Reviews

2.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

1


The latest Messages 3

2021-03-16 21:59:00 Leta Kenei Aga
.
Wacatu guute ganda keessa
Haloo..haloo na dhageessaa?
Sagaleen kee ni fagaata
Ati eessuma jirta laataa?
- -
Gaafa sobni tulluu yaabu
Of bokoksee huuruu dhaabu
Jiruun ajaa'ee akka raqaa
Gaafa dabu murtoon haqaa
Yoo namni kee hidhaa taa'u
Tafkiifi geergoon irra yaa'u
Ooluufi buluun bitaacha'ee
Cabbiin adiin cilaatta'ee
Imimmaanshee gaaniin qeensaa
Gaafa boossu haati iyyeessaa...
- -
Kan callistee waadaa nyaattu
Eessa jirtaree hin owwaattuu?
Haloon jedheem..haloo "dhugaa"
Dubbadhu deebii keen eegaa!

@mammaaksoota
980 viewsPeace Man, 18:59
Open / Comment
2021-03-15 07:36:54 AKKAM JIRTUU?

Chaanaloota jireenyaa keenya guyyaa guyyaa keessatti gahee guddaa taphatanii, waan baay’ee irra baratanii fi itti bashannantanii akka armaan gaditti qabanne dhiyaannerra filachuun join gochuun itti fayyadama.


MAAL BARBAADDU LAATA
Oduu fi Odeeffannoo Haaraa
Oddeeffannoo Ispoortii
Kitaabilee garagaraa PDF
Sirboota mp3║mp4
Viidiyoo fi qoosawwan bashannansiisoo
Gorsa Milkaa'ina Jireenyaaf
Graphics fi architecture ni argattu, ittis ni Gammaddu join godha ilaala.
🅐🅛🅛 🅘🅝 🅞🅝🅔
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
892 viewsFree Promoter, 04:36
Open / Comment
2021-03-10 22:08:39 Nagaa jirtanii jaallatamtoota ijoollee oromoo eegaa guyyaa har'aa chaanaala hedduu isin fayyadu tokko qabadhee isiniif dhufeetin jira chaanaala kana irraa barnoota armaan gadii kana ni argattuu

wifi hacking full tutorial
Data Saving(data saver app)
wifi password changing
wifi speed increaser
Free internet
Programming (Html,python,c++)
Telegram Hacking pdf full tutorial
Best Android Apps and websites
best pdf for hacking&programming
battery saver (charge saving without methods)
userbot,python,cmd,linux,
#TERMUX HACK Barnoota isaa guutuu viidiyoodhaan deeggarame afaan oromootin ni argattuu
(android hacking)
wifi hacking with termux 100%real

Maarree isinirraa kan eeggamu JOIN gootaanii miseensa chaanaalichaa ta'uu qofa.
JOIN CHANNEL
Isin hin dabrin!!
🅐🅛🅛 🅘🅝 🅞🅝🅔
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
1.7K viewsFree Promoter, 19:08
Open / Comment
2021-03-10 21:53:21 AKKAM JIRTUU?

Chaanaloota jireenyaa keenya guyyaa guyyaa keessatti gahee guddaa taphatanii, waan baay’ee irra baratanii fi itti bashannantanii akka armaan gaditti qabanne dhiyaannerra filachuun join gochuun itti fayyadama.


MAAL BARBAADDU LAATA
Oduu fi Odeeffannoo Haaraa
Oddeeffannoo Ispoortii
Kitaabilee garagaraa PDF
Sirboota mp3║mp4
Viidiyoo fi qoosawwan bashannansiisoo
Gorsa Milkaa'ina Jireenyaaf
Graphics fi architecture ni argattu, ittis ni Gammaddu join godha ilaala.
🅐🅛🅛 🅘🅝 🅞🅝🅔
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
1.6K viewsFree Promoter, 18:53
Open / Comment
2021-03-09 00:37:37 Hiriyaa

Utuu naaf hindhagayin

Firrikoo gamaanaa fi gamaa

Bakka rakkoo kiyyaatti

Situ dursee argama

Aantiidhaafi obbolaa koo

Dursitee natti siqxa

Caba koo naaf dhidhiibdee

Dhiiga koo narraa dhiqxa

Kaasuu keetti na fuutee

Qabdee lafaa na kaasta

Dugda keetti na baattee

Bowwaa keessaa na baafta

Gaafa guyyaaa gammaachuu

Wajjiniin nyaannee kolfaa

Gaafa guyyaa dhiphinaa

Kan dhukkubaa fi golfaa.


@mammaaksoota
792 views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 21:37
Open / Comment
2021-03-07 22:34:19 AKKAM JIRTUU?

Chaanaloota jireenyaa keenya guyyaa guyyaa keessatti gahee guddaa taphatanii, waan baay’ee irra baratanii fi itti bashannantanii akka armaan gaditti qabanne dhiyaannerra filachuun join gochuun itti fayyadama.


MAAL BARBAADDU LAATA
Oduu fi Odeeffannoo Haaraa
Oddeeffannoo Ispoortii
Kitaabilee garagaraa PDF
Sirboota mp3║mp4
Viidiyoo fi qoosawwan bashannansiisoo
Gorsa Milkaa'ina Jireenyaaf
Graphics fi architecture ni argattu, ittis ni Gammaddu join godha ilaala.
🅐🅛🅛 🅘🅝 🅞🅝🅔
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
800 viewsFree Promoter, 19:34
Open / Comment
2021-02-25 01:49:03 Hundumtuu jira! Wanti dhibee tokkoyyuu hin jiru!

Egaasuugaa maaltu jira? jechuun kee hin ollee. kunootikaa
Chaanaloota badhaasa garagaraa kennaan
Gorsa fi haasaa beektota
Motivational history
Oduu fi odeeffannoo
Barumsa walitti fufaa...
Luuqisii guyyaa guyyaa
Faarfannaa haaraa akkuma gadhifameen argachuuf
Faarfannoota duriis argachuuf

Filannoon keessan chaanalota kanneen ha ta'u
🅐🅛🅛 🅘🅝 🅞🅝🅔
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
986 viewsFree Promoter, 22:49
Open / Comment
2021-02-22 20:27:58 Sirba Afaan oromoo babbareedaa Bashannansiisoo fi kan qabsoo argachuuf channel YouTube #oromosacrifice #subscribe godhaa. Hordofaa.



907 views𝗔𝗯𝗿𝗮𝗮𝗿, 17:27
Open / Comment
2021-02-21 21:58:41 AKKAM JIRTUU?

Chaanaloota jireenyaa keenya guyyaa guyyaa keessatti gahee guddaa taphatanii, waan baay’ee irra baratanii fi itti bashannantanii akka armaan gaditti qabanne dhiyaannerra filachuun join gochuun itti fayyadama.


MAAL BARBAADDU LAATA
Oduu fi Odeeffannoo Haaraa
Oddeeffannoo Ispoortii
Kitaabilee garagaraa PDF
Sirboota mp3║mp4
Viidiyoo fi qoosawwan bashannansiisoo
Gorsa Milkaa'ina Jireenyaaf
Graphics fi architecture ni argattu, ittis ni Gammaddu join godha ilaala.
🅐🅛🅛 🅘🅝 🅞🅝🅔
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
959 viewsFree Promoter, 18:58
Open / Comment