🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Fazakkir/Yaadachiisi! Sadaqa-jaariyaa ﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩ | Al-risala-tube

Fazakkir/Yaadachiisi! Sadaqa-jaariyaa
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

Jecha hayyuu "Waggaa 50 ykn 60 har'aa booda yoo jabaate gola keessa yookaan goda keessa jirra"

Hadiisatti:
ﺃﻋﻤﺎﺭ ﺃﻣﺘﻲ ﻣﺎ ﺑﻴﻦ ﺍﻟﺴﺘﻴﻦ ﺇﻟﻰ ﺍﻟﺴﺒﻌﻴﻦ،ﻭﺃﻗﻠﻬﻢ ﻣﻦ ﻳﺠﻮﺯ ﺫﻟﻚ

Mee fakkeenyaaf Waggaa 100 har'aa irraa bara 2122tti hedduun keenya firootaafi hiriyyoota amma qabnu walin lafa jala jirra. Ormi mana keenya keessa jiraata, Qabeenyi keenyas kanuma isaanii ta'a. Isaan nu hin yaadatan. Mee eenyutu Abbaa akaakayyuu isaa yaadataa jira?

Yeroo namni maqaa fi boca keenya dagatee qaama seenaa taane, Gaafa sana warri jiru hundi jireenya isaatiin shaagalame-biizii ta'ee jira, si yaadachuuf yeroo hin qaban, Eennu ka si yaadatu? Keyrii mo sharriin si dubbatu?

Quba qabaadhu, har'a carraa gaarii ofii keenyaafis ta'ee namoota biroof kan bara baraan hafu, hojii gaarii jireenya duniyaa qofaa osoo hin taane aakhiraattis nu fayyadu hojjachuuf ammas taanaan yeroo ni qabna, Osoo yeroon hin dabarre hojii gaarii haa hojjennu.

Yaa Allah keeyrii nuu laaffisi Amiin