Get Mystery Box with random crypto!

Soomni guyyaa Arafaa yakka waggaa darbeefi kan waggaa dhufuu n | Al-risala-tube

Soomni guyyaa Arafaa yakka waggaa darbeefi kan waggaa dhufuu namarraa harcaasa, jedhan nabi sallallaahu aleeyhi wasallam.

Arafaan guyyaa Jumu'aa boriiti.

Soomni guyyaa borii yakka waggaa lamaa namarraa harcaasa soomanuu haa soomnu inshaa'allaah.

تكفير ذنوب سنة قبله وسنة بعده قال رسول الله -صلى الله عليه وسلم- في حديث صيام يوم عرفة: (صِيَامُ يَومِ عَرَفَةَ، أَحْتَسِبُ علَى اللهِ أَنْ يُكَفِّرَ السَّنَةَ الَّتي قَبْلَهُ، وَالسَّنَةَ الَّتي بَعْدَهُ)