🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸

Logo of telegram channel a4mulaa_jireenyaa — ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸 F
Logo of telegram channel a4mulaa_jireenyaa — ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
Channel address: @a4mulaa_jireenyaa
Categories: Animals , Automobiles
Language: English
Subscribers: 20.24K
Description from channel

Seenaawwan gaggabaaboo
Walaloo
Ergaa
Gaaffii fi deebii
Yaadota mo'atoo fi kanneen biroos argachuuf. Miseensa chaanaalii keenyaa ta'aa.

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 16

2023-02-26 10:27:38
Utuu Lammiin kiyyaa
Hongeedhan waadamuu
An gammadee sirbuun
Tasuma hin yaadamuu
Jechuun Saba keessan
Kan gargaartan martuu
Naaf jiraadhaan jedhaa
Baayyee na marartuu.... .



Lammii keenya Booranaatiif Miliyona 10 Arjoome. Galatoomi Qaalii 70
1.4K viewsedited  07:27
Open / Comment
2023-02-26 07:20:08 Bara kana Jireenyaa fi
Jaarsi Baay'ee Qaala'eera.

@A4mulaa_jireenyaa
1.3K views04:20
Open / Comment
2023-02-25 23:04:53
Jaarsaa fi jaartiin hojii mana keessaa addaan qoddatanii hoggaa dalagan hedduu namatti tola.

Isiin huccuu ni miiccitii . . . Inni nu uffata.
Isiin nyaata ni dalaydi . . . Inni ni nyaata.
Isiin siree wal qixxeessiti . . . Inni irra rafa
.

Dargaggoon fuudhaaf qophoytan aadaa keenya haawwataa kana irratti ciccitanii dhaloota itti aanutti dabarsuudhaaf amaanaa guddaatu isinitti kenname.

@A4mulaa_jireenyaa
1.4K viewsedited  20:04
Open / Comment
2023-02-25 18:26:55 Eellikee naafis eela
Cabnikee caba kooti
Beellikee naafis beela
Dhabnikee dhaba kooti

#Save_Borana
1.6K views15:26
Open / Comment
2023-02-25 18:17:22 Durbi funyaansheerra uraa qabdu hin xiqqaatti malee 'Duuriyyummaa' hin dhabduu
1.5K views15:17
Open / Comment
2023-02-25 17:59:27 https://www.facebook.com/Ammaar.Tamaam.Abbaagaroo/videos/5410357509064853/?flite=scwspnss
1.5K views14:59
Open / Comment
2023-02-25 16:10:46 Nan gammada Yoon jedhe
Boorana yaadeen gadda
Nan deema Yoon jedhes
Kallattiin narkaa bada

   Cabatu natti duule
   Irra ta'u jalaani
   Yoomuma Akka namaa
   Na gammada garaani
  Imimmaan lakkuun copsa
Oolee bulee baraani
1.6K views13:10
Open / Comment
2023-02-25 14:27:20
#SEENAA_ANDALUS yeroo Dhiyootti
1.6K views11:27
Open / Comment
2023-02-25 14:16:51 Jaallalli #Nikaa malee
Barakaa hin Qabu.

@A4mulaa_jireenyaa
1.5K views11:16
Open / Comment
2023-02-24 21:22:24
Utuu Sabni miidhamuu
Hunduu callisuun fafaa
Booranaaf ha birmannuu
Adaraa Waaqaaf Lafaa!..
550 views18:22
Open / Comment