🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸

Logo of telegram channel a4mulaa_jireenyaa — ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸 F
Logo of telegram channel a4mulaa_jireenyaa — ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
Channel address: @a4mulaa_jireenyaa
Categories: Animals , Automobiles
Language: English
Subscribers: 20.10K
Description from channel

Seenaawwan gaggabaaboo
Walaloo
Ergaa
Gaaffii fi deebii
Yaadota mo'atoo fi kanneen biroos argachuuf. Miseensa chaanaalii keenyaa ta'aa.

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 13

2023-03-08 22:35:50
Harmee harma lakkuu
Anaaf jecha cabdee
Ofii keef gugguftee
Anaan ol na qabde

Ati gugguufteefan
Ol jedhee dhaabbadhe
Dadhabbii keetiinan
Boqonnaa argadhe

Harmee koo yaa aayyoo
An waa tokko-n jedhuu
Hamma jiraachuun bareedu
Ati naaf jiraadhu


@tulu_dawo
@tulu_dawo
@tulu_dawo


@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
260 views19:35
Open / Comment
2023-03-08 20:39:45 Namni Maqaa Mucaasaa #Oromoo jedhee moggaase eenyu?

@A4mulaa_jireenyaa
661 views17:39
Open / Comment
2023-03-07 06:32:57
Gaara gaara gubbaa
Kan fagoo mul'atu,
Kan gaaddisaafi ta'u
Kan bubbees da'atu.
Kan callisu gaaduu
Kan dubbatu aadu
Jabaa akka Leencaa
Kallacha jabaatu.
Siyaanneerra maaloo
Akkam jirta atuu?

@A4mulaa_jireenyaa
202 views03:32
Open / Comment
2023-03-06 19:06:31
#Akkuma_kaleessaa_ammas_narraan_hafinaa

Kana dura kitaabota 3 ani barreessee dubbistootaaf dhiheesse keessaa 2 waliin eebisiifnee yeroo tokkummaa gaarii fi wal argaa dansaa. akkaumas sagantaa barnootaa fi bohaartii miidhagaa akka waliin dabarsinee turre ni yaadatama. Ammas akkuma kaleessaa kitaaba DAAWWITII jettu fuudhee isiniif dhufeera. Kitaabattii kanas gaafa guyyaa 03-07-2015(sanbata guddaa) galma hoteela DOLOOLLOOtti ganama sa'atii 2:30 irraa eegalee eebbisiisuuf  dureen hunduu xumurameera. Amma kan hafe ga'ee keessani. Innis hirmaannaadha. Maaloo firaa fi ollaan; kan dhihoo fi fageenyaa; maatii fi waahillan keessan waliin saganticharratti argamuun akkuma gaafa duraa yeroo wal argaa, tokkummaa, barnootaa fi bohaartii gaarii waliin akka dabarsinu kabajaa guddaan isin waameera. Sagantaan kun   keessummoota, abbootii amantii, abbootii gadaa, qeerroo, qarree fi manguddoota, walumaa galattuu hawaasa bal'aa kallattii hedduun hirmaachisu waan ta'eef sagantaan kun akka isin hin miliqne.

@tulu_dawo
991 views16:06
Open / Comment
2023-03-06 12:55:14 Jireenya mi’aawaa jiraachuuf,
qabsoo hadhaa’aa dabarsuun dirqama
!

@A4mulaa_jireenyaa
348 views09:55
Open / Comment
2023-03-05 22:43:21 Ajab Yaa Baraa !!

Dimokraasii baraatu
Dhiibe Amantaaf duudhaa
Safuutu dagatame
Dhiiratu dhiira fuudha


Waraabessa simachuuf
Fardatu kal'ee Afaa
Keessumaan diinqa lixee
Siree maatiirra ciisa
.
.
.
@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
474 views19:43
Open / Comment
2023-03-05 19:20:40 Dubartoonni bara kanaa yoo fuudhanis osoo Simisteerri hin ga'in nama jalaa galtiim

Jedhe Teacher keenya
ji'a 4tti gaa'ila ofii diigee


@A4mulaa_jireenyaa
1.0K views16:20
Open / Comment
2023-03-05 12:10:48


Lafa nagaa oolaa
1.4K views09:10
Open / Comment
2023-03-04 21:29:29 Namni kaayyoo ulfaa'e Hanga
kaayyo sana da'utti hirriba hin
qabu.


@A4mulaa_jireenyaa
527 viewsedited  18:29
Open / Comment
2023-03-04 20:27:57
"Miidhamuun qomoo koo
Na dhukkubnaan malee
Anuu homaa hin qabuum
Waanin nyaadhu galee
Qomoon kiyya cabuun
Sammuu na maraachee
Kanaaf waanin qabun
Lammii koof gumaachee!'
~
GALATOOMAA HARME

@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
761 viewsedited  17:27
Open / Comment