Channel address:
Categories:
Sport
Language: English
Subscribers:
90.71K
Description from channel
buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
CEO @Obsamilli
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Ratings & Reviews
Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.
5 stars
0
4 stars
1
3 stars
0
2 stars
1
1 stars
1
The latest Messages 10
2024-03-20 09:30:57
Sar Jim Raatklif leenjisaa garee biyyaalessaa Inglaand Gaarii Saawuzget iddoo Eriik Teenaag buusuun qacaruuf yaalii taasisaa jiru.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
13.6K viewsObsaanMilli, 06:30
2024-03-20 08:42:34
Sarara gidduu garee biyyaalessaa Inglaand.
Maynoo x Belinghaam x Raayis
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
14.4K viewsObsaanMilli, 05:42
2024-03-19 19:17:05
Erliing Haalaand iddoo shaakala Norweey gadhiisee baheera.
Ogeessii fayyaa garee Norwey akka dubbateetti midhama salphaa akka ta'eefi wanti nama yaaddessu akka hin jirree ibseera.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
18.4K viewsObsaanMilli, 16:17
2024-03-19 17:35:51
Taphaatan dargaggeessi sarara gidduu Maan Yunaayitid Kobii Maaynoon yeroo jalqabaatiif garee biyyaalessaa Inglaand irraa waamichi dhihaateef.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
18.5K viewsObsaanMilli, edited 14:35
2024-03-19 12:04:44
Dhuma bara dorgommii kanaatti Sedriik Sowaares bilisaan Arsenaal akka gadhiisu beekameera.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
19.1K viewsObsaanMilli, edited 09:04
2024-03-19 09:17:02
Maanchistar Yunaayitid fi Livarpuul taphataa sarara fulduraa Riyaal Maadrid Biraahim Diyaaz mallatteessifachuuf fedhii qabu.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
19.1K views ¹⁰ Lᴇᴏ ɢᴏᴀᴛ Ʀᴏɴᴀʟᴅᴏ ⁷ , edited 06:17
2024-03-18 22:18:38
Taphatoota Liigota gurguddaa Awurooppaa kessaa goolii hedduu lakkoofsisuun dursaa jiran.
Haarii Keen goolii 31
Keliyaan Mibaapee 24
Lawutaaro Maartinez 23
Haarii Keen Bondasliigaa Jarman qotaa jira
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
20.2K viewsObsaanMilli, edited 19:18
2024-03-18 19:31:00
Darwiin Nuuneez garee biyyaalessaa Yuragaayiti hin makamu.
Nuneez midhama salphaa isa muudateen taphoota Internaashinaala torbee kana taphatamu iratti hin hurmaatu.
Midhamni Nuneez yaaddessa miti guyyoota 10n booda taphoota Piriimeer Liigii iratti akka deebi'u nii eeggama.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
20.2K viewsObsaanMilli, 16:31
2024-03-18 19:26:52
Gaabreel Maagales midhamaan garee biyyaalessaa Biraaziln ala ta'un gabaafameera.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
19.5K viewsObsaanMilli, 16:26
2024-03-18 10:45:17
Tapha ajaa'ibaa kaleessa daawwanne .
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
12.9K views ¹⁰ Lᴇᴏ ɢᴏᴀᴛ Ʀᴏɴᴀʟᴅᴏ ⁷ , edited 07:45