Channel address:
Categories:
Sport
Language: English
Subscribers:
90.71K
Description from channel
buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
CEO @Obsamilli
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Ratings & Reviews
Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.
5 stars
0
4 stars
1
3 stars
0
2 stars
1
1 stars
1
The latest Messages 9
2024-03-21 20:10:01
|| Bukaayoo Saakaan of eeggannoof jechaa garee biyyaalessaa Ingilaandii gadhiisee bahee jira.
[Kon Hariisan]
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
18.7K views man.uelb x , 17:10
2024-03-21 20:07:57
Gareen biyyaalessaa Itoophiyaa tapha michoomaa har'a istaadiyeemii Finfinnee irratti Leesetoo waliin taasifte goolii 2 fi 1'n injifatamaniiru.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
18.0K views ¹⁰ Lᴇᴏ ɢᴏᴀᴛ Ʀᴏɴᴀʟᴅᴏ ⁷ , edited 17:07
2024-03-21 20:05:17
Chaanaalii telegraama warri qabdan beeksisa garaa garaa Adisterra maxxansuun qarshii hojechuu akka dandeessan quba qabdu?
Galmaa'uun hojechuu eegalaa
https://beta.publishers.adsterra.com/referral/GLKjqShSWg
#Hubachiisa warra chaanalii telegraama qabdan qofaaf fayyada.
Odeeffannoo dabalaataaf
@PropellerAds30
17.5K viewsPropellerAds, edited 17:05
2024-03-21 19:11:57
Seenaa kilaba Baayer Liiverkusan keessatti waancaa buundasliigaa jalqabaa injifachuuf fiixeerraan kan gahe leenjisaa Jaabii Aloonsoo fudhachuuf Liivarpuuliifi Baayer Muniik morkiitti akka jiran pireezidantiin kabajaa Baayer Munik Ulii Hoonees beeksisan.
''Aloonsoon kilaboota gurguddoo leenjisuu nama danda'u akka ta'e agarsiiseera,'' kan jedhan pireezidantichi Munik safartuu kilaboota gaggaariiti jedhaniiru.
Baayer Munik leenjisaa Cheelsii duraanii bara darbe leenjisummaan fudhate Tomaas Tuheeliin gaggeessaa jira.
Liivarpuulis dhuma bara dorgommii kanaatti leenjisaa isaa baroota saddeet darbiin ''boqonnaan barbaada'' jedhan dhabaa jira.
Lammiin Ispeen Aloonsoon, Liivarpuuliifi Baayer Munikiif taphateera.
Leenjisummaanoo kilaba isa kam filata?
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
18.1K viewsObsaanMilli, edited 16:11
2024-03-20 12:20:39
Arteetaan erga toomiyasuun mallatteessee booda:
Akkaataan Toomiin quuqamaafi kutannoodhaan itti leenji'u dinqisiifamaadha. Waggoota dhufan keessattis Toomii waliin hojjechuu keenya itti fufna.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
14.6K views𝐈𝐛𝐫𝐢𝐬𝐡 𝐈𝐘𝐈 Øŕö , edited 09:20
2024-03-20 12:16:32
Takehiroo Toomiyaasuu!
Takehiro Tomiyasu waliigaltee haaraa hanga bara 2026 Arsenaal keessaa isa tursiisu mallatteesse. Filannoo waggaa tokkoon dheeressuuf qaba.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
14.1K views𝐈𝐛𝐫𝐢𝐬𝐡 𝐈𝐘𝐈 Øŕö , edited 09:16
2024-03-20 10:05:23
Taphataan duraanii Atileetiko Maadriid, Liivarpuul fi Cheelsii Fernaando Toorees guyyaa dhaloota isaa waggaa 40ffaa har'a kabajachaa jira.
HBD TORES
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
14.4K views ¹⁰ Lᴇᴏ ɢᴏᴀᴛ Ʀᴏɴᴀʟᴅᴏ ⁷ , edited 07:05
2024-03-20 09:59:38
Tapha dhengadda irratti goolii taphataan sarara fuulduraa Cheelsii Nuunoo Maadukeen Leestar irratti lakkofsisee goolii miidhagduu nuusa xumuraa Geeba FA Cup tahuun filatameera.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
13.8K views ¹⁰ Lᴇᴏ ɢᴏᴀᴛ Ʀᴏɴᴀʟᴅᴏ ⁷ , edited 06:59
2024-03-20 09:38:30
Arsenaal taphataa sarara fuundura Niwkastil Alekzander Isaak fudhachuuf akka filannootti ilaalaa jiru.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
13.8K viewsObsaanMilli, 06:38
2024-03-20 09:34:45
Maanchister Siitiin Jaak Griliish jijjirraa ganna dhufuun gurguruuf qophiidha.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
13.9K viewsObsaanMilli, 06:34