Get Mystery Box with random crypto!

Burqaa Ispoortii

Logo of telegram channel burqaaispoortii — Burqaa Ispoortii B
Logo of telegram channel burqaaispoortii — Burqaa Ispoortii
Channel address: @burqaaispoortii
Categories: Sport
Language: English
Subscribers: 90.71K
Description from channel

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
CEO @Obsamilli
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Ratings & Reviews

2.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

1


The latest Messages 8

2024-03-22 19:44:57
| Maanchistar Yunaayitid goolii eegaa Riyaal Maadriid Andiree Luuniin fudhachuuf gaaffii dhiyeessuun isaa dhagahameera.

|| Riyaal Maadriid kontiraata taphaticha dheeressuuf yaadaa kan jiru yoo ta'u, Luuniin garuu Riyaal Maadriid waliin itti fufuu fi dhiisuu isaa hin ibsine.

[ Diario As ]

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
14.5K views ¹⁰ Lᴇᴏ ɢᴏᴀᴛ Ʀᴏɴᴀʟᴅᴏ ⁷ , edited  16:44
Open / Comment
2024-03-22 19:40:07
Totenaham Odogii Yuudineze irraa Yuuroo miiliyoona 18'n bite. Akka Football CIES jedhutti amma gatiin taphataa kana gara Yuuroo miiliyoona 80tti ol guddateera.

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
14.4K views ¹⁰ Lᴇᴏ ɢᴏᴀᴛ Ʀᴏɴᴀʟᴅᴏ ⁷ , edited  16:40
Open / Comment
2024-03-22 19:10:54
Sarara gidduu Riyaal Maadriid yeroo tokko

Kaakaa X Oziil X Modriich


                     Ⓢⓗⓐⓡⓔ
              @BurqaaIspoortii
              @BurqaaIspoortii
14.0K viewsObsaanMilli, edited  16:10
Open / Comment
2024-03-22 18:28:18
Maaloo Gustoon dhukkubni garee biyyaalessaa Faransaay umurii 23 gadhiisuun gara Cheelsii deebi'eera.


                     Ⓢⓗⓐⓡⓔ
              @BurqaaIspoortii
              @BurqaaIspoortii
13.9K viewsObsaanMilli, 15:28
Open / Comment
2024-03-22 18:23:37
Roobertoo Maartineez erga garee biyyaalessaa Porchugaal leenjisuu eegalanii taphoota hunda injifataniiru.
Tapha 11
Injifannoo 11
Goolii 41 lakkoofsisan
Goolii 4 iratti lakkaawame.


                     Ⓢⓗⓐⓡⓔ
              @BurqaaIspoortii
              @BurqaaIspoortii
14.0K viewsObsaanMilli, 15:23
Open / Comment
2024-03-22 18:11:15
Waggaa 10n dura guyyaa har'a.
Arsen Veenger Arsenaal kessatti tapha1000ffaa dursan.
Mohammed Saalaan goolii jalqabaa Piriimeer Liigii Inglaand iratti lakkoofsise.
Kubbaa Chaambarliin harkaan goolii kessaa baaseen Keeren Giibs kaardii dimaan dirree irraa bahe.

Walumaagalatti Cheelsiin 6-0 Arsenaal injifate

Guyyaa maraatuu ture


                     Ⓢⓗⓐⓡⓔ
              @BurqaaIspoortii
              @BurqaaIspoortii
14.5K viewsObsaanMilli, 15:11
Open / Comment
2024-03-22 12:49:57
Riyaal Maadriid taphataa sarara ittisa Livarpuul Treent Aleekzander Arnoold hordofaa jira.

Arnoold waligaltee hanga Waxabajjii 2025 isa tursiisu kan qabu yoo ta'u gadhiisuu Yergen Kiloopin booda jijjiramni jirachuu mala jedhamaa jira.

Ta'us hanga amma mariin egalame akka hin jirre #Fabriziyo Romanon gabaaseera.


                     Ⓢⓗⓐⓡⓔ
              @BurqaaIspoortii
              @BurqaaIspoortii
16.2K viewsObsaanMilli, edited  09:49
Open / Comment
2024-03-22 08:30:29
Taphoota michummaa har'a taphatamu.

02:00 Gaanaa Naayjeeriyaa waliin
03:00 Noorwey Cheek Ripaabliik waliin
04:45 Neezerlaand Skootlaand waliin
04:45 Haangaarii Tuurk waliin
05:00 Gibxii Niwizlaand waliin
05:30 Ispeen Kolombiyaa waliin

09:30 Arjeentinaa El Salvaador (Halkan )


                     Ⓢⓗⓐⓡⓔ
              @BurqaaIspoortii
              @BurqaaIspoortii
16.8K viewsObsaanMilli, edited  05:30
Open / Comment
2024-03-22 07:20:08
Taphoota gulaallii geeba Awurooppaa

Joorjiyaa 2-0 Lukzanbarg
Boosiniyaa 1-2 Yukireen
Giriik 5-0 Kazakiztaan
Israa'el 1-4 Ayislaand
Poolaand 5-1 Istooniyaa
Weels 4-1 Filaand

Taphoota michummaa

Itiyoophiyaa 1-2 Lesetoo
Porchugaal 5-2 Siwdiin


             Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
         @BurqaaIspoortii
16.9K viewsObsaanMilli, edited  04:20
Open / Comment
2024-03-21 21:56:32
Bukaayoo Saakaan midhamaa maashaa isaa irra isa muudateen garee biyyaalessaa gadhiisee bahuun isaa gabaafameera.

Midhamanii isaa cimaa ta'uu baatus ofeeggannoof jecha gara Arsenaal deebi'eera.

             Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
         @BurqaaIspoortii
18.9K viewsObsaanMilli, edited  18:56
Open / Comment