Channel address:
Categories:
Sport
Language: English
Subscribers:
90.71K
Description from channel
buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
CEO @Obsamilli
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Ratings & Reviews
Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.
5 stars
0
4 stars
1
3 stars
0
2 stars
1
1 stars
1
The latest Messages 3
2024-04-19 14:45:17
Antoony, Maagweer fi Skoot Maaktomineen midhama irraa bayyanachuun tapha walakkaa xummuraa geeba FA dilbata taphatamuuf qophii ta'un ibsameera.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
13.7K viewsObsaanMilli, 11:45
2024-04-19 14:34:37
Akka gabaasa Mundo Diportivotti Zidaan bara dorgommii dhufu Leenjisaa Baayer Muniik ta'uf dhiyaateera.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
13.3K viewsObsaanMilli, 11:34
2024-04-19 14:34:10
Taphattoonni sarara ittisaa qarqara bitaa fi mirgaa Baayer Liverkusen bara kana.
Alehandiro Girimaaldoo:
Goolii 11
16 mijeessee kenneera
Jeremiy Firimpoong:
Goolii 13
11 mijeessee kenneera
Ajaa'iba
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
13.1K views ¹⁰ Lᴇᴏ ɢᴏᴀᴛ Ʀᴏɴᴀʟᴅᴏ ⁷ , edited 11:34
2024-04-19 14:29:17
Meesut Oziil Riyaal Maadriid geeba Shaampiyoons Liigii bara kana nii fudhata jechuun yaada isa kenneera.
Dabalataan Baarseloonaan yeroo hunda abbaa murtee komachuura of foyyeessuu qaba jedheera.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
12.7K viewsObsaanMilli, edited 11:29
2024-04-19 13:56:15
ORO MAN UNITED
Chaanaalii Kilabii guddicha Ingilaand Maanchister Yunaayitid Afaan Oromoon sinif dhufe jira Marree deggartoonni Yunaayitid Join gochuun itti dabalama odeeffannoo Kilabii keenyan walqabatu saati 24 irraa argadha
https://t.me/Oro_Man_Uniteds
https://t.me/Oro_Man_Uniteds
13.5K viewsObsaanMilli, 10:56
2024-04-19 13:17:11
Leenjisaan garee biyyaalessaa Jarman Juliyaan Neglsmaan ifaan waliigaltee hanga 2026 isa tursiisu mallatteesse jira.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
13.9K viewsObsaanMilli, 10:17
2024-04-19 08:37:35
Taphoota FA Inglaand
Sambata
01:15 Maan Siitii Cheelsii waliin
Dilbata
11:30 Kooventry Maan Yunaaytiid waliin
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
15.5K viewsObsaanMilli, edited 05:37
2024-04-19 08:32:17
Taphoota Piriimeer Liigii Inglaand torbee kanaa.
Sambata
11:00 Luteen Bireentfoord waliin
11:00 Sheefild Barnileey waliin
03:30 Wolviis Arsenaal waliin
Dilbata
09:30 Everteen Nootingham waliin
11:00 Astonvilaa Bornmaawuz waliin
11:00 P alaas Westhaam waliin
12:30 Fulhaam Livarpuul waliin
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
15.3K viewsObsaanMilli, 05:32
2024-04-19 05:17:08
Roomaa fi Atlaantaan gara walakkaa xummuraaf darbuu isaaniin bara dorgommii dhufu Seeriyaan Itaalii yoo xiqaate kilaboota shan shampiyoons Liigii iratti kan hirmaaachisu ta'a.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
16.1K viewsObsaanMilli, 02:17
2024-04-19 00:04:07
Taphoota deebii Liigii Awurooppaa.
FT
Roomaa 2-1 AC Milaan
Agg[3-1]
Atlaantaa 0-1 Livarpuul
Agg [3-1]
Westhaam 1-1 Livarkuseen
Agg [1-3]
Kilaboota walakkaa xummuraaf darban.
Livarkuuseen
Roomaa
Atlaantaa
Maarsee
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
16.7K viewsObsaanMilli, edited 21:04