Get Mystery Box with random crypto!

GAGGEESSUMMAA

Logo of telegram channel gaggeessummaa — GAGGEESSUMMAA G
Topics from channel:
Matrix
Of
Tooftaaleen
Kanaafuu
Hubadhu
Jaalala
Kabaji
Ogummaa
All tags
Logo of telegram channel gaggeessummaa — GAGGEESSUMMAA
Topics from channel:
Matrix
Of
Tooftaaleen
Kanaafuu
Hubadhu
Jaalala
Kabaji
Ogummaa
All tags
Channel address: @gaggeessummaa
Categories: Telegram
Language: English
Subscribers: 29.09K
Description from channel

👉 Jireenya milkaa'aa jiraachuuf kaka'uumsa YAADAA fi DANDEETTII dhokataa ofiitti fayyadamuuf qophii ta'uu barbaachisa!
https://m.facebook.com/Gaggeessummaa?refid=46&ref
✍️ @Gaggeessummaa_bot

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


The latest Messages 41

2021-07-02 18:14:40 #7......
አባት ሴት ልጁን የመከረው ምክር (1)

ይህ አባት ለሴት ልጁ የመከረው ምክር ነውና በማስተዋል አንብቡት !

ወጣት ሴቶች ልጆች እንዲጠነቀቁ
ወላጆች ሴቶች ልጆቻቸውን እንዲመክሩ ይረዳችኃልና !

ወድ ልጄ በምድር እንድትኖሪበት የተሰጠሽን ሕይወት ዳግመኛ ተመልሰሽ አትኖሪበትም! የተፈጠርሽበትን ዓላማ ከፈጠረሽ አምላክ ጠይቂ! በተሰጠሽ ዘመን ለፈጠረሽ አምላክ ፈቃድ ተገዢ !

☞ ሴት ልጅ ውድ ነች ርካሽ ብትሆን ለውዷ ቤተክርስቲያን በምሳሌ አትሰየም። በእግዚአብሔር ላንቺ የተመዘነው ዋጋ የክርስቶስ ደም ነው ራስሽን ማየት ያለብሽ እግዚአብሔር በሚልሽ እንጂ ሰይጣንም፣ ሰውም፣ ሁኔታም፣ በሚገልጽሽ ማንነት አይደለም። በእግዚአብሔር እንደተወደደች እንደ ውድ ዕንቁ ሴት ራስሽን ቁጠሪ፤

☞ እግዚአብሔር በልጁ ሞት ሕይወት የሰጠሽ የከበርሽ ልጁ ነሽ!
☞ እግዚአብሔር በዓላማ ፈጥሮሻል!
☞ ከእግዚአብሔር ሐሳብ ወደ ግራም ወደ ቀኝም እንዳትይ ተጠንቀቂ!
☞ በሰይጣንና በሰው የሚሰጥሽን መደለያ ፈጽሞ አትቀበይ ወጥመድ ነውና!

☞ ክብርሽ ስኬትሽ ደስታሽ ያለው በእግዚአብሔር ፈቃድ ውስጥ ነው!
☞ ለገንዘብ ራሳቸውን የሸጡትን ምክር አትስሚ! ለሁለት ጌቶች መገዛት አትችይምና! አምላኬ ገንዘብ ሳይሆን እግዚአብሔር ነው በያቸው!
☞ ሁል ጊዜ ነፍሱን ሰጥቶ ያዳነሽን ጌታ ፍቅር አስቢ!

☞ የእግዚአብሔርን የፀጋ ክብር በሙላት ይግባሽ፤
☞ ሰይጣን በላከው ተራ ወንድ አትሸወጂ ስላንቺ ያለው እይታ ከቤት ዕቃ አያልፍምና! (የቤቱን እቃ አሟልቶ አሁን ደግሞ ሚስት ብሎ ከሚያቅድ ነገ እንደ ቁምሳጥን፣አንደ መኪና የቤት እቃ አድርጎ ሊቆጥርሽ ከሚችል እይታው ከጠበበ ወንድ ተጠበቂ)፤
☞ እግዚአብሔር ፀጋውንና የክርስቶስን ልብ ሰጠን እንጂ ለእባብ የሚስቅ የሄዋንን ልብ አልሰጠንምና የቀረበሽ ወንድ ሁሉ ያንቺ አይደለምና ተጠንቀቂ።

☞ ፍቅር የዘኝ ብሎ ለሚፈጥነውም ረጋ በል ብሎ መመርመር ይገባል። ወዲያው አፈቀርኩ አበድኩ ነደድኩ ብሎ የሌለን አለም ታሪክ ዲስኩር ከሚቀድ ወንድ ተጠበቂ ተጠንቀቂ ውድቀትሽን ስብራትሽን ሐዘንሽ ለማፈጠን ከሰይጣን የተላከ የስሜት ፈረስ ጋላቢ ሊሆን ይችላልና።

☞ አበድኩ አፈቀርኩ ብሎ ኃላ የጥላቻ ቁንጮ የሆነውን አሲድ ከሚደፋ ወንድ ጋር ህብረት አታድርጊ አሲድ ባይደፋም በእርኩሰቱ ወደ ሲኦል የሚመራሽ ከዚያ ይብሳልና ተጠበቂ !

☞ ከማታውቂው መልአክ የምታውቂው ሰይጣን ይሻላል አየተባለ ከሚደሰኮር ተረት ራቂ ለሞትና ለጥፋት የሚያዘጋጅ ነውና።
☞ ይልቅ ለፈጠረሽ አምላክ ለእግዚአብሔርን የተሰጠ እውነተኛ ወንድም ከእግዚአብሔር እጅ ለመቀበል ጸልይ ከአምላክሽ ጋር የጠበቀ ሕብረት ይኑርሽ! በጸሎት በአምልኮ በቃል ጥናት በመንፈስ ቅዱስ ሙላትና ምሪት የተቃኘ ሕይወት ይኑርሽ!

☞ የተፈጠርሽበትን ዓላማ ለማሳካት ጌታን በሚያስከብር ሕይወት የአገልግሎት ጸጋሽን በመለየት አገልግይ!

☞ የሚገርመው ጌታ በውስጥሽ ያስቀመጠው የሚገርም የተዳፈነ ፀጋ አለሽ በጸሎት በቃሉና በመንፈሱ ሙላት ይገለጣልና ቀድሞ ከነበረሽ ይልቅ በጌታ ፊት ወድቆ የመጮህ ጊዜ ይብዛልሽ!

☞ ጸጋው በተገለጠ ጊዜም ለሰጪው ክብር በማብዛት በስርዓት ወደ መድረክ ይዘሽው ውጪ ለብዙዎች መዳን ምክንያት ትሆኛለሽና!
☞ በትንቢት ቃል አትታሰሪ/ትዳር/ አትመስርቺ ለነብይ የነገረው አባትሽ እግዚአብሔር ከሆነ ላንቺ በቀጥታ ይነግርሻል ልጁ ነሽና እንደ ነጎድጓድ የሚነገር ልሳን አትፍሪ አትደንግጪ!
☞ አንቺ ልባም ሴት ልጅ ነሽ የክርስቶስ ልብ ያለሸ፤
☞ አንቺ ከመውለድ ልጅ ከማሳደግ ንብረት ከመሰብሰብ ያለፈ መለኮታዊ ፕሮግራም ያለብሽ በደሙ የተገዛሽ ዕንቁ ልጁ ነሽ!

☞ የአምላክሽ ዋና ዓላማና ግብ ማግባት ብቻ አይደለም ለዘላለም ሕይወት ክብር በክርስቶስ መመረጥሽ እንጂ! በምድር ከሚሆንልሽ እና ከሚደረግልሽ ያለፈ ክብር አለሽ!
☞ የሰርጉ ሆታ ጭፈራ እልልታና ሽብሸባ የአንድ ቀን ነው። በክርስቶስ የተዘጋጀው ክብር ግን የዘለዓለም ነው!
☞ በአምላክሽ የታሰበልሽን ግብና የተሰጠሽን ተስፋ አስቢ!
☞ በጊዜው የሚመጣ ክብርሽ የሚሆንልሽ የትዳር አጋር ዘውድ የምትሆኚለት ወንድ በእግዚአብሔር እንደተወሰነልሽ አስቢ፤
☞☞☞ ይህ ከሆነ በእውነት ልባሟ ሴት አንቺ ነሽ ! ተባረኩልኝ።


sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
ᴊᴏɪɴ
1.6K viewsGetu Abera✟, 15:14
Open / Comment
2021-07-02 01:22:03 HUBADHU!
▬▬▬▬▬▬▬
❏ AARIIN:

⁃ Amala namaa jijjiira.
⁃ Fira nama dhabsiisa.
⁃ Sammuu jeeqa.
⁃ Qabeenya barbadeessa.
⁃ Badiif nama saaxila.
⁃ Du’aaf nama kenna.

❏ JIBBIINSI:
⁃ Walirraa nama fageessa.
⁃ Qofa galeessa nama taasisa.
⁃ Walitti dhufeenya booressa.
⁃ Dogongoraaf karaa bana.
⁃ Firiin isaas gaabbii ta’a.

❏ RAKKINNI:
⁃ Amala namaa jijjiira.
⁃ Waan hin qabne si barsiisa.
⁃ Abdii si kutachiisa.
⁃ Obsa si fixachiisa.
⁃ Biyyarraa siin bada.

❏ OBSI:
⁃ Taajjabbii irraa si hambisa.
⁃ Hamtuu irraa nama eega.
⁃ Of-eeggannoo namaaf labsa.
⁃ Amala qabeessa nama taasisa.
⁃ Gara laafummaa nama barsiisa.
⁃ Sammuu namaa bal'isa.
⁃ Madaaluuf nama gargaara.
⁃ Olaantummaa nama gonfachiisa!
《KANAAFUU OBSA QABAADHU!》

❏ JAALALLI:
⁃ Gammachuu namaaf laata.
⁃ Waan gaarii nama yaachisa.
⁃ Jireenya hawaasummaa cimsa.
⁃ Kaayyoo fiixaan baasa.
⁃ Galma qaqqabsiisa.
⁃ Bilisummaa yaadaa laata.
《KANAAFUU JAALALLI FURTUU JIREENYAATI.》

Gαℓαтσσмαα!!!
Υєʀσσ Gααʀιι


sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
ᴊᴏɪɴ
2.6K viewsGetu Abera✟, edited  22:22
Open / Comment
2021-07-01 23:16:10 Jechoota 'Mark Twain' Muraasa:
▬▬▬▬▬▬▬▬
➊. Sammuu ofii qaroomsuun hammam baay’isnee waa’ee keenya akka yaadnuu fi dhimma nama biroo immoo baay’ee akka dhimma itti hin qabne mul’isuuni.

➋. Wantootni xixiqqoo hedduun kan isaan guddatan beeksisni sirriin hojjetamuufiniini.

➌. Addunyaa keenya irratti gootummaan cimina qaamaan baay’inaan jira. Gootummaan sammuu garuu yartuudha.

➍. Battalumaan gaaffii deebisi jedhanii yeroo ana gaafatan natti tola. Hin beeku waanan jedhuuf.

➎. Yeroo hundaa waan sirrii hojjedhu! Akkas gochuun kee namoota yartuu akka isaan si galatoomfatan gochuun warri hafan immoo akka isaan si dinqisiifatan godha.

➏. Iccitiin dura bu’aa ta’uu 'eegaluudha'.

➐. Kabaja qabaachuun sagalee duudaan dhaga'uu fi jaamaan arguu danda’uudha.

➑. Yeroo yaadni kee kan argamuun ol fagaatee deemuu ija kee amanuun ni ulfaata.

➒. Odeessitee waa'ee kee shakkii namoonni qaban dhabamsiisuu irra afaan kee cufachuun namoonni gowwaadha jechuun akka si yaadan gochuutu caala.


sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
ᴊᴏɪɴ
2.3K viewsGetu Abera✟, edited  20:16
Open / Comment
2021-07-01 11:35:35 Barnoota waa'ee Gaa'elaa kana channel
@biblicalmarriage waliin walta'uun gara afaan Oromootti hiikee kan isiniif dhiheessu ani Getu Abera ti.

Yaadaaf: @Getu_Abera
Telegram Channel: @Gaggeessummaa
2.8K viewsGetu Abera✟, 08:35
Open / Comment
2021-07-01 11:34:14 ይህ የጋብቻ ትምርት የሚንቀርባችው፣ #መፅሐፍ_ቅዱሳዊ_ጋብቻ ቻናል (Biblical Marriage Ministry ) ጋር በመተባበር ነው።

Telegram channel: @Biblicalmarriage
2.7K viewsGetu Abera✟, 08:34
Open / Comment
2021-06-30 20:07:38 #6......
Jaalala Hiriyyummaa
..........#6ffaa.........
Share
━━━━❍ .✰. ❍━━━

MAALTU DURSUU QABA?

Kaadhima yookiin hiriyaa jaalalaa qabachuuf yeroon yommuu gahetti dhaabbannee itti yaaduu fi qabaachuuf jalqaba maal ilaaluun qaba kan jedhu deebisuun nurra jiraata.
Hiriyaan Jaalalaa Kee:

⁃ Baay'ee kan bareeddu
⁃ Taphattuu fi bashannansiiftuu
⁃ Amala gaarii kan qabu/qabdu
⁃ Kan si kunuunsu/kunuunsitu
⁃ Rakkoo kee kan hubatu/ttu
⁃ Maatii waliin daftee kan waliif galtu
⁃ Maallaqa kan qabatu/ttu,...kkf

Ulaagaalee armaan olitti tarreeffaman kan guutu/ttu yeroo baay'ee barbaadamaa/barbaadamtuu dha.

Maaluma caalaa dhimmi guddaan dursi kennamuufii qabu jira. Wantoonni armaan olitti tarreeffaman yeroo itti dhumanii fi dhaabbatan qabu. Nuffisiisullee danda'uutii jaalalleewwan jidduutti faallaa walii fiduun hanga gargar bahiinsaa fi caba onnee geessisuu danda'u.

Obboloonni kristaanotaa tokko tokko, "Kanan ani jaaladhu amantaa kamis haa taatu kam, garuu na haa taphachiiftu, na haa kunuunsitu, yeroon barbaadetti argadhee fedha koo kanan waliin qooddadhu haa taatu malee wanti biroo rakkoo hin qabu" jedhanii hubatu. Dogoggora guddaa dha.

Kanaa olitti kanan isiniif tarreesse wantoota baay'ee barbaachisoodha. Wantoonni kunniin garuu jireenya hin kennan.

Kan armaan olitti tarreeffaman akkuma jirutti ta'ee, jalqabni kennamuufii kan qabu dhimma jireenyaati. Jechuunis namni jaalannu nama lammaffaa dhalate moo? kan jedhudha.

#Lammaffaa_Kan_Dhalate jechuun Waaqayyo gooftaan ilmaan namootaa cubbuu fi du'a bara baraa jalaa oolchuuf tokkicha ilma isaa jaalatu Yesusiin akka ergee fi Yesusis nuuf jedhee akka du'atti dabarfamee kenname, du'aa akka ka'e, gara waaqatti ol bahee mirga abbaa isaa kan taa'e, kan nuuf dubbatu kan amanee fudhatee fi gooftaa jireenya isaa kenneefiif jireenya isaa kan kenne jechuudha.

Jalqabni Jireenyaaf!

Jaalalleen jireenya isaa gooftaaf kenne: Maalumayyuu qabaachuu yoo baate gooftaa isa fayyise waan qabuuf jaalalleen hin fayyine garuu hunda yoo qabaates isa caalaa kan fayye (bilisa bahe) barbaadamaa fi jaalatamaa ta'a.

Jaalalleen keessan kan gooftaa qabu ta'uu qaba.

:¨·.·¨:
 `·.sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
ᴊᴏɪɴ
3.4K viewsGetu Abera✟, edited  17:07
Open / Comment
2021-06-30 20:07:38 #6......
#ምን_መቅደም_አለበት

️እጮኛ ወይም የፍቅር ጓደኛ የመያዣችን ጊዜ ሲደርስ ቆም ብለን ልናስብና ጓደኛ ለመያዝ በቅድሚያ ማየት ያለብኝ ምንድነው የሚለው መመለስ ይኖርብናል።

የፍቅር ጓደኛችሁ
መልከ መልካም ቆንጆ
ተጫዋችና አዝናኝ
መልካም ባህሪ ያለው/ያላት
የሚንከባከብ/የምትንከባከብ
ችግራችንን የሚረዳ ወይም የምትረዳ
ከቤተሰብ ጋር ቶሎ የሚግባባ/የምትግባባ
ገንዘብ ያለው/ያላት..ወዘተ

ከላይ የተዘረዘሩትን የሚያሟላ/የምታሟላ ሰው አብዛኛው ጊዜ ተፈላጊ ነው።

ከምንም በላይ ቅድሚያ ሊሰጠው የሚገባ ትልቅ ጉዳይ አለ። ከላይ የተዘረዘሩት ነገሮች ማቆሚያና ማለቂያ አላቸው። #ሊሰለቹም ይችሉና በተፋቃሪዎች መካከል መቃረንን አምጥተው እስከመለያየትና ልብ ስብራት ሊያደርሱ ይችላሉ።

አንዳንድ ክርስቲያን ወገኖች "የምወደውና የማፈቅረው ልጅ ሃይማኖቱ ምንም ይሁን ምን ብቻ ያስቀኝ፣ ይንከባከበኝ ፣ በፈለኩ ሰዓት አግኝቼው ስሜቴን ይጋራኝ እንጂ ሌላው ችግር የለውም" ሲሉ ይስተዋላሉ። ትልቅ ስህተት ነው።

ከላይ የዘረዘርኳቸው እጅግ አስፈላጊ ነገሮች ናቸው። እነዚህ ነገሮች ግን #ህይወት አይሰጡም።

ከላይ ያሉት እንዳሉ ሆነው በዋናነት ቅድሚያ ሊሰጠው የሚገባው የህይወት ጉዳይ ነው። ማለትም የምናፈቅረው ሰው #ዳግም_የተወለደ ነው ወይ? የሚለው ነው።

#ዳግም_የተወለደ ማለት እግዚአብሔር አምላክ የሰው ልጆችን ከኃጢአትና ከዘላለም ሞት ለማዳን የሚወደውን አንድ ልጁን #ኢየሱስን እንደላከና ኢየሱስም ለእኛ እንደሞተልን ከሞት እንደተነሳ እንዳረገ አሁን ደግሞ በአብ ቀኝ ሆኖ ስለእኛ እንደሚማልድ አምኖ የተቀበለና ህይወት ለሰጠው ጌታ ህይወቱን የሰጠ ማለት ነው።

ቅድሚያ ለህይወት!

#ህይወቱን ለጌታ የሰጠ አፍቃሪ ምንም ባይኖረው ያዳነው ጌታ አለውና ካልዳነ አፍቃሪ ነገር ግን ሁሉም ካለው አፍቃሪ የበለጠ ተፈላጊና ተወዳጅ ነው።

ፍቅረኛችሁ በጌታና የጌታ መሆን አለበት።

:¨·.·¨:
 `·.sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
ᴊᴏɪɴ
3.0K viewsGetu Abera✟, 17:07
Open / Comment
2021-06-30 01:03:48 Hafuurri Nagaa isinirraa haa buufatu!
Abbaan Nagaa Yesuus Guyyaa kana Dura keessan haa bu'u...mee waa isin Affeerra nagaan oolaa!

Getu Official
┏┓
┃┃ :¨·.·¨:
┃┃ `·. JOIN
┃┃  JOIN
┃┃ JOIN
┃┃
┗┛
❏ Enjoy & Stay Connected with us!
❏ Thank you!
❏ Wɑliin bɑrɑnnee wɑliis hɑɑ bɑrsiifnu!

Barreeffama Abbaa Qalamaa kanarra altokko gadi tuqaa "OK" jedhaa seenaa!
63 viewsGetu Abera✟, 22:03
Open / Comment
2021-06-29 23:47:15 HOPE PROMOTION - 01
WELCOME
MAAL BARBAADDU

Hundumtuu akka armaan gadiitti isiniif dhihaateera. Ammuma gadi tuquudhaan nutti dabalamaa!

❍️ Qophiilee Bashannansiisoo
❍️ Odeeffannoo Haaraa
❍️ Oro Dinqisiisoo
❍️ Gorsaa fi Xinsammuu
❍ Haalduree Milkaa'inaa
❍️ Kitaabilee bifa PDF
❍ Beekumsa Waliigalaa
❍ Classical fi muuziqaa faaruu
❍ Oro Comedy fi Fiilmii

Dhugumatti itti bohaaraa irraa ni barattu. Hunduma Bakka tokkotti argachuuf join kan jedhutti bu'aa!


JOIN ALL CHANNEL HERE!
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███

❏ Enjoy & Stay Connected!
❏ Free Promoter:
Getu Abera
110 viewsGetu Abera✟, 20:47
Open / Comment
2021-06-29 09:03:49 #5......
Barnoota Gaa'elaa
..........#5ffaa.........
Share
━━━━❍ .✰. ❍━━━
Gaa'ela Kee Irratti Hojjedhu!

"...Isaan lachanuus foon tokko in ta'u."
— Mat. 19:5

Yeroo tokko tokko walitti bu'iinsi ni jira. Garuu, gonkumaa gargar ba'uu fiduu hin qabu.

Gaa'ela dhaabbachuun salphaadha. Milkaa'inaan walii wajjin jiraachuun garuu ni ulfaata. Kanaaf akkam gochuu barbaachisa?

⇘ Dhimma dirqama furmaata argatu adda baasudhaan, irratti hojjechuu fi nagaadhaan waliin jiraachuu baruu!

Kurruufuu, sa'aatii dhuma hin qabne Tv sport ilaaluu, waliin haasa'a gochuu dhiisuu, kaalsii foolii qabu mana keessatti gatuu, siree hin afamne—amalli maatii keetii manca'aa adeema.

"...kanaafis waan Waaqayyo walitti qabsiise, namni gargar hin baasin!"
— Mat. 19:6

⇘ Akkamitti Walitti bu'iinsa Too'achuu Dandeessa?
➊. Waliin mormuu dhiisaa rakkinichaan mormaa!
➋. Sagalee kee gadi qabuudhaan, sagalee laafaan haasa'uun xiyyeffannoo caalmatti argachuuf si gargaara.
➌. Dhimma tokko adda baasuuf yeroo filadhu, daa'imman ni beela'u yookiin atis ni dadhabda.
➍. Yaadadhu! Dhiirrii fi durbi ilaalchi isaan waan tokko ittiin ilaalan adda addadha. Kanaaf, yoo siif galuu baatee waan tokko isaan siif ibsan itti hin wacin!
Akka yaadni qorataa waa'ee gaa'elaa tokko ibsutti, "Sirnaan dhaggeeffachuun" hubachuu dadhabuu kee hima biraatiin karaa ittiin ibsamuu danda'uu fi yaada fudhatamaa ta'e dhiheessudha.
➎. Isin lamaan yeroon itti waliin dabarsuu qabdan ni jiraata.
➏. Jechoota kee eeggannoodhaan filadhu!

"Dubbii gargaaru, yeroo barbaachisutti kan cimsu malee, dubbiin hamaan afaan keessan keessaa hin ba'in!"
— Efe. 4:29
"Wal jajjabeessaa!"
— 1Tas. 5:11
"Waliif dhiisaa!"
— Efe. 4:32
"Waliif kadhadhaa!"
— Yaq. 5:16
"Jaalala argisiisuudhaaf, waan gaarii hojjechuudhaafis kottaa tuttuqnee yaada walii in kaafnaa!"
— Ibr. 10:24
"Ba'aa walii baadhaa! Akkasittis seera Kristosin raawwattu."
— Gal. 6:2
"Jaalala obbolummaatiin ho'isaa wal jaalladhaa!"
— Rom. 12:10

❒ Amma Gaa'ela kee Irratti Hojjedhu!


sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
ᴊᴏɪɴ
1.6K viewsGetu Abera✟, edited  06:03
Open / Comment