Get Mystery Box with random crypto!

JECHOOTA GAMNAA ✪

Logo of telegram channel jechoota_gamnaa — JECHOOTA GAMNAA ✪ J
Logo of telegram channel jechoota_gamnaa — JECHOOTA GAMNAA ✪
Channel address: @jechoota_gamnaa
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 10.68K
Description from channel

Channel kenyaa #join godhaa Jechoota psychology ykn Xinsammuu fayyadan irraa argachuu dandeessaa.
☞︎︎︎ Xinsammuu(psychology )
☞︎︎︎Jechoota Hayyoota
☞︎︎︎Gorsa BEEKTOTAA fi Gorsa JIREENYA
Yaada yoo qabattee : @maalmallisa21

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


The latest Messages 16

2021-12-07 19:03:55 "Kufaatin faallaa galma
ga insaati miti Qaama isaati
malee"

@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
183 viewsMAAL MALLIISAA, 16:03
Open / Comment
2021-12-07 19:03:21 "Waanuma fadhehu yoo
goote(hojjatte) namni waan
je'u hin dhiisu, Tanaafu ati
wan isaan yaadan dhiisii wan
barbaadde hojjedhu."


@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
183 viewsMAAL MALLIISAA, 16:03
Open / Comment
2021-12-06 21:39:47 Jiruu tee tan namoota birootiin hin Madaalchisiin.

@jechoota_gamnaa
401 viewsMAAL MALLIISAA, edited  18:39
Open / Comment
2021-12-05 21:10:59 Haala kam keessattuu Tattaaffiin taasifamu bu'uura milkaa'inaatii.

@jechoota_gamnaa
541 viewsMAAL MALLIISAA, 18:10
Open / Comment
2021-12-02 23:38:06 Deebitee kaleessa ke hin jiraattu. Waan ati feetu fuuldura malee duuba kee hin ka'amne.

@jechoota_gamnaa
304 viewsMAAL MALLIISAA, 20:38
Open / Comment
2021-12-01 19:48:23
@jechoota_gamnaa
155 viewsMAAL MALLIISAA, 16:48
Open / Comment
2021-11-29 20:37:41 Jireenya jiraattu keessatti ati yoomiyyuu jireenyaan dorgomaadha.

Dorgommii jireenyii sittii Fide hunda karaattii kufte boohaa hin tahin. Obsaan cimii injifadhuu moohataa tahi.

@jechoota_gamnaa
394 viewsMAAL MALLIISAA, 17:37
Open / Comment
2021-11-26 19:54:05 "Miirri injifannoo kan madaalamu injifachuu qofaan osuu hin taane,yommuu kufanis tattaaffii gochuudhaan ni madaalama."

-Oliver Gold Smiz


@jechoota_gamnaa
70 viewsMAAL MALLIISAA, 16:54
Open / Comment
2021-11-25 19:43:56 "Nama sitti dhiyaatu tokko hattee / gowwoomsitee yoo milkoofte namicha akka gowwaatti hin yaadiin.hamma ati isa miite caalaa si amana waan ta'eef si dhiisee!!

@jechoota_gamnaa
521 viewsMAAL MALLIISAA, 16:43
Open / Comment
2021-11-24 19:44:32 Sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka'i.
-Jecha warra Ingilizii


@jechoota_gamnaa
460 viewsMAAL MALLIISAA, 16:44
Open / Comment