Get Mystery Box with random crypto!

JECHOOTA GAMNAA ✪

Logo of telegram channel jechoota_gamnaa — JECHOOTA GAMNAA ✪ J
Logo of telegram channel jechoota_gamnaa — JECHOOTA GAMNAA ✪
Channel address: @jechoota_gamnaa
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 10.68K
Description from channel

Channel kenyaa #join godhaa Jechoota psychology ykn Xinsammuu fayyadan irraa argachuu dandeessaa.
☞︎︎︎ Xinsammuu(psychology )
☞︎︎︎Jechoota Hayyoota
☞︎︎︎Gorsa BEEKTOTAA fi Gorsa JIREENYA
Yaada yoo qabattee : @maalmallisa21

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


The latest Messages 18

2021-10-25 21:33:48Jireenya kessatti jachoota 4 kan hedduu barbaachisaa.
☟︎︎︎☟︎︎︎☟︎︎︎☟︎︎︎☟︎︎︎
☞︎︎︎1. Dhugaa
☞︎︎︎2. Jaalaala
☞︎︎︎3. Amanamummaa
☞︎︎︎4. Kabajaa

Kannen yoo hin qabanne jiruun kee hikkaa tokko qabu. ꧂


@Jechoota_gamnaa
1.5K views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 18:33
Open / Comment
2021-10-23 19:37:23 NAMOONNI JIREENYATTI MILKAA'AN 2ffaa.

☞︎︎︎" Dhimmoota kamiif dursi akka laatamuu qabu hubatu.

Jireenya bu'aa bahiin itti heddummate kana keessatti, wanti hojjatamuu qabu yookiin rakkoon furamuu qabu hedduu dha. Dhugaan jiru garuu, hangamuu cimaa taanu, rakkoo nama mudatu hundaaf yeroo tokkotti deebii kennuun tasa waan hin danda’amneedha. Isa hunda irra xiyyeeffannaan guddaan kan barbaachisuuf dursi laatamuu qaba.




☞︎︎︎" Hawaasaa fi hiriyyoota wajjin hariiroo cimaa uummatu.

Milkaa'inni, kallattii kamiinuu ta’uu danda’a, jireenya hawaasummaatiin hedduu walitti hidhata qaba. Kophaatti ba'anii jiraachuunis ta’ee milkiin kophaatti galmeessisan waan hin yaadamne ta’uu waan beekaniif hawaasummaa fi hariiroo gaariidhaaf iddoo guddaa laatu.


@Jechoota_gamnaa
888 views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, edited  16:37
Open / Comment
2021-10-21 19:57:59 NAMOONNI JIREENYATTI MILKAA'AN 1ffaa.

☞︎︎︎"Hir’inaa fi cimina isaanii addaan baafatu yookiin bareechanii beeku. Namoota jireenyatti milkaa'anii sadarkaa guddaa irra gahan kan isaan biroon adda taasisu qabxiin tokko yoo jiraate, namoonni kunniin ciminaa fi dadhabina isaanii qajeelchanii beekuu isaaniiti. Waakkachuu irra, namoonni kunniin, hir’ina qaban hubatu yoo itti himames gammachuudhaan simatu."

☞︎︎︎"Amala gaariidhaan ummata biratti mul’atu. Ummata biraa jibbaa fi tuffii horachuun gufuu imala gara milkiitti godhamu gatantarsan keessaa isa tokko."

Ittii fufa.....


@Jechoota_gamnaa
1.5K views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, edited  16:57
Open / Comment
2021-10-20 21:23:48 "Duuba deebi'uun waan lamaaf nama gargaaru, isaanis fagaatanii utaaluu fi seenaa irraa baratanii fuulduree ofii qajeelfachuufi."

@Jechoota_gamnaa
367 views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 18:23
Open / Comment
2021-10-18 21:47:44 "Jireenya mataa kee oofuu yoo hin dandeenye jireenya namaa irratti imalaa taata. kanaaf kan ormaa dhiisi kan kee gaggeeffadhu!"

@Jechoota_gamnaa
361 views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 18:47
Open / Comment
2021-10-16 21:01:36 "Jechi gaariin tokko dhalootaaf galaa gaarii ta'uu danda'a, jecha gaarii olkaa'uu hin dagatin!"

@Jechoota_gamnaa
614 views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, edited  18:01
Open / Comment
2021-10-16 21:01:03 "Waan dursiteef qofa dursaa ta'uu hin dandeessu, eenyummaa keetu murteessa."

@Jechoota_gamnaa
617 views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 18:01
Open / Comment
2021-10-14 21:30:16 "Namni fuula ifaa hin qabne suuqii banachuu hin qabu.”

@Jechoota_gamnaa
432 views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 18:30
Open / Comment
2021-10-14 21:29:48 Tooftaan salphaan yeroo jalqabaaf namoota itti dhiyaanne qalbii isaanii ittiin boojinu Kolfuudhaani.

@Jechoota_gamnaa
437 views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 18:29
Open / Comment