🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

JECHOOTA GAMNAA ✪

Logo of telegram channel jechoota_gamnaa — JECHOOTA GAMNAA ✪ J
Logo of telegram channel jechoota_gamnaa — JECHOOTA GAMNAA ✪
Channel address: @jechoota_gamnaa
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 11.43K
Description from channel

Channel kenyaa #join godhaa Jechoota psychology ykn Xinsammuu fayyadan irraa argachuu dandeessaa.
☞︎︎︎ Xinsammuu(psychology )
☞︎︎︎Jechoota Hayyoota
☞︎︎︎Gorsa BEEKTOTAA fi Gorsa JIREENYA
Yaada yoo qabattee : @maalmallisa21

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


The latest Messages 20

2021-09-13 22:48:38 Beekaa karoora malee deemurra, gowwaa karooran deemu irra wayya

@Jechoota_gamnaa
1.1K viewsحسبي الله ونعم الوكيل, 19:48
Open / Comment
2021-09-13 21:11:46 "Gochi ati namaaf gootu gaarii ta'es hamaa ta'es, dhumni isaa siif akka ta'u hin shakkin!"

@Jechoota_gamnaa
1.1K viewsMAAL MALLIISAA, 18:11
Open / Comment
2021-09-13 21:11:09 "Egereen kee gocha ati har'a gootu irratti hundaa'a."

@Jechoota_gamnaa
1.1K viewsMAAL MALLIISAA, 18:11
Open / Comment
2021-09-12 22:07:11 Bilbila Keessan Fayyadamuun Qarshii Argachuuu Barbaadduu???

Yoo Ni Barbaaddu Tae Vidio/content Gabaabaa Qulqullina Qabu Fi Barsiisaa Tee Afaan Dandeessaniin Waraabuun Nuuf Ergaa…… Elelana Digital Hub Spot video Isin Hojattan Isin Irraa Bituuf Qophii Isaa Xumuree Jira………Hiriyoota Keessaniif Share Gochuu Hin Dagatinaa. Channel Telegram Kenyaas #join godhaa.
918 viewsMAAL MALLIISAA, 19:07
Open / Comment
2021-09-09 20:39:52 "Namni si fakkaatu kan biraa Adduunyaa tanarra eddoo kamiyyuu akka hin jirre hin dagatin"

@Jechoota_gamnaa
677 viewsMAAL MALLIISAA, 17:39
Open / Comment
2021-09-09 20:39:24 Wanta Jiruu kee keessatti si mudatu hunda keessa barumsi guddaan akka jiru hin irranfatin"

@Jechoota_gamnaa
633 viewsMAAL MALLIISAA, 17:39
Open / Comment
2021-09-08 21:51:56

893 viewsMAAL MALLIISAA, 18:51
Open / Comment
2021-09-06 22:26:53 BU'AAWWAAN DHIIFAMA NAMAAF GOCHUU KEESSAA ARGAMA . KUTAA 3FFAA ISAA

3.Dhiifama gochuun yeroo kee isa gara fuula duraa siif miidhagsa. Yaadadhu! Dhiifama namootaaf taasisuun yeroo kee isa darbe hin jijjiiru. Miidhamni kee kanaan duraa yaadannoo sammuu—godaannisa—ta’ee hafa. Uumaan dandeettii taatee yeroo darbee sirreessuu nuuf hin laanne. Jaallannes jibbines wanta kaleessa hojjenne irra deebinee qajeelchuu hin dandeenyu. Waa itti hin daballu, waa irraa hin hir’ifnu. Gaarummaan isaa garuu dhiifama gochuun yeroo kee isa gara fuula duraa siif miidhagsa. Hariiroo ati nama si miidhe sana waliin qabdu siif jijjiira. Miirawwan nama miidhan warra akka haaloo qabachuu, dheekkamsaa, aarii, ija ba’umsaa fi kkf irraa si oolcha. Jaalala akka horattu si taasisa. Guutummaan guutuutti nama dhiifama gooteef tokkoof miira jaalalaa horachuun salphaa dha. Biriyaant Maakgiil maal jedhan? “Dhiifama malee jaalalli hin jiru, jaalala malee dhiifamni hin jiru!” Dubbii dhugaa fi amansiisaa dha. Hin jaallattu yoo ta’e dhiisuufii hin dandeessu. Hin dhiiftuuf yoo ta’emmoo jaallachuu hin dandeessu. Jaalladhu. Jaalalli filannoo hin qabu. Namoota gaarummaa siif oolan filattee jaallachuudhaan warra si miidhan jibbuun qajeelfama jireenyaa isa sirrii miti. Uumama isaarraa eegalee namni kamiyyuu dadhabaa waan ta’eef balleessaa hundarraa bilisa ta’ee kan jiraatu hin jiru. Kanaaf jaalladhu. Namoota tokko tokko hojii isaanii yeroo yaaddu jaallachuun akka malee sitti ulfaata ta’a. Ta’ullee jaalladhu. Sababa hin funaaniin. Sababa malee jaalladhu. Namoota hundaaf jaalala haalaan hin murtoofne qabaadhu.

Ittii fufa.....

@Jechoota_gamnaa
788 viewsMAAL MALLIISAA, 19:26
Open / Comment
2021-09-05 19:33:24 Keekiyyaa Badhaadhaan Sirba hojjacha ture gad dhiisee jira. Channel YouTube isaatiis #subscribe godhaaf.




331 views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 16:33
Open / Comment