Channel address:
Categories:
Education
Language: English
Subscribers:
11.43K
Description from channel
Channel kenyaa #join godhaa Jechoota psychology ykn Xinsammuu fayyadan irraa argachuu dandeessaa.
☞︎︎︎ Xinsammuu(psychology )
☞︎︎︎Jechoota Hayyoota
☞︎︎︎Gorsa BEEKTOTAA fi Gorsa JIREENYA
Yaada yoo qabattee : @maalmallisa21
Ratings & Reviews
Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.
5 stars
1
4 stars
0
3 stars
0
2 stars
1
1 stars
0
The latest Messages 27
2021-06-30 23:19:29
Channel photo updated
20:19
2021-06-30 23:18:23
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
"
Osoo sababa nama hin beekin Filannoo namatti hin murteessin filannoon nama hunda sababa mata isa qaba wan ta'ef"
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechoota_gamnaa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
2.1K viewsObomboleettii, 20:18
2021-06-30 23:16:30
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎"
Gammachuu fi shittoon walfakkaatu.yoo namootaaf biifanii ofiis urgeeffatu"
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechoota_gamnaa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
2.0K viewsObomboleettii, 20:16
2021-06-22 21:29:26
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎" Tooftan tokkichi waanattii fette akka namnii si godhuu danda'u ittin gottu waanii abban sun fedhuu yo goottef qooffaa"
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechoota_gamnaa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
2.9K viewsObomboleettii, 18:29
2021-06-22 21:28:15
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎"
Guyyaan haraa kun guyyoota jiran hunda irra fokkotaa ykn baredaa tauu isaa hin beeku, Garuu wantin sif Dhugoomsu tokko yoo jiraate HAR`A qofa qabaachu keeti"▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechoota_gamnaa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
2.8K viewsObomboleettii, 18:28
2021-06-22 21:26:30
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎"
Ilaalcha(yaada) rakkoo ittiin umne san qabannee rakkoo keenya furuu hin dandenyu. Hanga sammuu keenya jijirrannuti"
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechoota_gamnaa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
2.6K viewsObomboleettii, 18:26
2021-06-18 21:12:07
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎"
Waanuma fadhehu yoo goote(hojjatte) namni waan je`u hin dhiisu Tanaafu ati wan isaan yaadan dhiisii wan barbaadde hojjedhu"
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechoota_gamnaa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
2.9K viewsObomboleettii, 18:12
2021-06-13 17:52:41
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎"
Xiyya gaafa darbatan akka inni fagoo deemuf sirriitti duubatti harkisaniitu gadi dhiisu. Atis akkuma kana haalli keessa jirtu gaafa duubatti si harkisu fageessee fuulduratti si darbachuufi waan ta'eef jabaadhu kaayyoo kee irratti xiyyeeffadhu!"
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechoota_gamnaa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
3.6K views𝗔𝗯𝗿𝗮𝗮𝗿, 14:52
2021-06-09 17:54:02
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎"
Sagaleen kee gurra adunyaa tana biratti dhageettii qaba ta'a. Isaan warra iyyi isaanii dhageettii dhabeef, Isaan caalaa iyyitee utuu hin taane qixa isaanii iyyii sagalee ta'iif."
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechoota_gamnaa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
3.5K views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 14:54
2021-06-06 20:54:56
• HUDHAA •Akkuman waadaa isiniif gale kitaaba HUDHAA! Jedhu qabadhee isiniif dhufeera. Buufadhaa dubbisaa share gochuun woliin gahaa.
Gosa: AsoosamaHanga: 1MBBarreessaa: Abdii Zarihuun
3.0K viewsBøSS ß, 17:54