🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

JECHOOTA GAMNAA ✪

Logo of telegram channel jechoota_gamnaa — JECHOOTA GAMNAA ✪ J
Logo of telegram channel jechoota_gamnaa — JECHOOTA GAMNAA ✪
Channel address: @jechoota_gamnaa
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 11.43K
Description from channel

Channel kenyaa #join godhaa Jechoota psychology ykn Xinsammuu fayyadan irraa argachuu dandeessaa.
☞︎︎︎ Xinsammuu(psychology )
☞︎︎︎Jechoota Hayyoota
☞︎︎︎Gorsa BEEKTOTAA fi Gorsa JIREENYA
Yaada yoo qabattee : @maalmallisa21

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


The latest Messages 26

2021-07-29 21:54:21 "Dhalli namaa kan inni hin dabarre guyyaa du'a isaa qofa dha. Guyyaan kun Waaqayyo wajjin ni darbama jabaadhu"

@Jechoota_gamnaa
606 views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 18:54
Open / Comment
2021-07-27 19:40:17 "Namni obsa qabu bishaan gingilchaatti waraabbachuu danda’a wanti guddaan hanga bishaan ititee cabbii ta'utti eeggachuu qofa"

@Jechoota_gamnaa
1.1K viewsObomboleettii, 16:40
Open / Comment
2021-07-23 19:37:36 "Jireenyi Keenya Yaada Nuti Sammuu Keenya Keeysatti Irra Daddeebinee Yaadnu Irraa Madda Waan Tokko Sirritti Hojjachuudhaaf Irra Deddeebinee Shaakaluu Qabna."

@Jechoota_gamnaa
183 views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 16:37
Open / Comment
2021-07-20 22:04:03 "Dadhabinni jireenya keessatti nama quunnamu tokko qofa.Innis waan beekuu qaban beekuu dhabuudha."

@Jechoota_gamnaa
482 views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 19:04
Open / Comment
2021-07-17 21:27:08 Chaneloota Afaan Oromoo Telegram gurguruuf dhiyeessine kana bitadhaa.

1ffaa channel member 7300 qabu

2ffaa channel member 6700 qabu

3ffaa channel member 2600 qabu

Gatii madaalawaadhaan nii gurgurra. Karaa @boss_430 nu quunnamuun nu gaafadhaa.

Waliin promotion akkasumas member guddisuu irratti argamna
886 viewsBøSS ß, 18:27
Open / Comment
2021-07-16 20:04:39 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎"Hanga lubbuun dachee kana gubbaa jirtutti kabajamuu yoo barbaadde. Wanta hojjatte yookin amala kee nama gammachiisu namatti hin odeessin. Waan hojjattes yaa tahuu waa'ee amala keetii namoonni siif haa himan malee"
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechoota_gamnaa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
1.0K views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 17:04
Open / Comment
2021-07-11 18:07:22 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
WAAN DUBBISNEERRAA

☞︎︎︎"Hiriyoota lamatuu wal faana imalaa ture. Inni tokko garmalee aara inni tokko ammoo qoosaa baay'isa. Guyyaa tokko otuma deemanii inni qoosu hiriyaa isaa arsinaan kaballaadhan rukute. yeroo kana inni rukutame fiigee deemee galaana maddiitti cirracha irratti " hiriyaan koo na kabale " jedhee barreesse. Achi booda galaana maddii otuu taphatuu galaanicha gidduu seena. Daakaa hin beeku waan ta'eef bishaanicha keessaa yeroo watwaatu hiriyaan isaa seenee isa baase. Yeroo kana inni Du'a irraa oole dhagaa guddaa barbaadee "HIRIYAAN KOO DU'A NA OOLCHE" jedhee bocee barreesse. Yeroo kana hiriyaan isaa "maaliif yeroon si kabalu cirracha irratti barreessitee yeroo bishaan keessaa si baasu ammoo dhagaa irratti bocce?" jedhee gaafannaan, innis deebisee akkas jedheen "jibbi kan garaati, jaalalli ammoo kan lapheeti. Yaraa darbe kaasnee wal jibbuu irra gaariin wal jaalachuu wayya. Jibbi nu balleessa, jaalalli garuu nu milkeessaa".
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechoota_gamnaa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
1.9K views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 15:07
Open / Comment
2021-07-06 21:07:50 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎"Kessa ketti dadhabii ,abdii kuttana,gadda sitti dha'agamu rabbin qofatti himadhu isaas gargarsa gafaadhu"
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechoota_gamnaa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
2.0K views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 18:07
Open / Comment
2021-07-06 21:07:50 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎"Miirri injifannoo kan madaalamu injifachuu qofaan osuu hin taane,yommuu kufanis tattaaffii gochuudhaan ni madaalama."
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechoota_gamnaa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
1.9K views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 18:07
Open / Comment
2021-07-06 21:07:50 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
RAKKINA

☞︎︎︎"Baayinni rifeensaa,baayinni copha bokkaas, akkuma beekamuu hin dandeenye baayinni rakkinaas sammuu nama mulataa xureessuu hin danda`u. Namni akkasii madaala jireenyasaatii ni eega."
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬

@Jechoota_gamnaa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
1.9K views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 18:07
Open / Comment