Get Mystery Box with random crypto!

JECHOOTA GAMNAA ✪

Logo of telegram channel jechoota_gamnaa — JECHOOTA GAMNAA ✪ J
Logo of telegram channel jechoota_gamnaa — JECHOOTA GAMNAA ✪
Channel address: @jechoota_gamnaa
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 10.68K
Description from channel

Channel kenyaa #join godhaa Jechoota psychology ykn Xinsammuu fayyadan irraa argachuu dandeessaa.
☞︎︎︎ Xinsammuu(psychology )
☞︎︎︎Jechoota Hayyoota
☞︎︎︎Gorsa BEEKTOTAA fi Gorsa JIREENYA
Yaada yoo qabattee : @maalmallisa21

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


The latest Messages 19

2021-10-13 20:59:55 Ofiittii hin qoosiin! Of jijjiiruuf eenyuu eeggatta?

Imala jireenyaa keessattii of tahuun nama injifachiisaa kanaafu qabeenyi kee innii guddaan waan si keessaa jiru san eeggadhuu malee qaama alaa milkaa'ina keetiif hin kenniin.

@Jechoota_gamnaa
1.1K views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 17:59
Open / Comment
2021-10-11 20:11:02 "Gammachuun kee waantota fi haalota naannoo kee jiraniin murtaa’a osuu hin taane,yaada sammuu kee keessa jiruun murtaa’a."

@Jechoota_gamnaa
459 views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 17:11
Open / Comment
2021-10-11 20:10:08 “waanti badaa ykn gaarii jedhamu hin jiru. Garuu sammuu keenyatu akkas godha. ”

@Jechoota_gamnaa
458 views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 17:10
Open / Comment
2021-10-09 20:17:24 "Yeroo hundumaa odeeffannoo karaa qaamota miiraa keenya irraa fudhannu irratti hirkachuun rakkisaadha. Sababiinsaa qaamonni miiraa keenya dogoggoruu danda'u."

@Jechoota_gamnaa
665 views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 17:17
Open / Comment
2021-10-08 23:53:00 "Addunyaa kana irraa namoonni baay'ee barbaadaman namoota rakkinaaf furmaata qajeelaa fidanii dha."

@Jechoota_gamnaa
991 views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 20:53
Open / Comment
2021-10-06 22:07:45 “namoota amansiisuuf tarkaanfiin jalqabaa ati fudhachuu qabdu,fedhii isaanii guddicha dammaqsuudha. Namni kana gochuu danda’u addunyaan guutuun harkasaatti galti. Kan hin dandeenye garuu qofaasaa deema.”

@Jechoota_gamnaa
912 views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 19:07
Open / Comment
2021-10-04 20:32:10 "Hariiroo namoota waliin qabdu keessatti dhalli namaa uumamaan jajamuu akka dheebotu hin dagatiin."

@Jechoota_gamnaa
1.1K views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 17:32
Open / Comment
2021-10-03 22:14:43 "Namni nama fakkachuu hawwu, Nama qabeenya Namaa hatuuf hawwu waliin adda miti."

@Jechoota_gamnaa
1.3K views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 19:14
Open / Comment
2021-10-02 18:48:33 "Namni Jireenya gaarii jiraachu hawwa garuu Aarsaa inni gaafatu immoo kaffaluu hin barbaadan kun immoo osoo waan nyaatamu hin qabaatin gosa nyaata filachuu waliin wal fakkata."

@Jechoota_gamnaa
263 views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 15:48
Open / Comment
2021-10-01 19:33:47 "Ani kanan barnoota eegale yeroon mana barnootaa seene, osoo hin taane gaafan gadameessa Aayyoo kooti keessa gara dachee kana dhufen eegale."

@Jechoota_gamnaa
707 views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 16:33
Open / Comment