🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸

Logo of telegram channel a4mulaa_jireenyaa — ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸 F
Logo of telegram channel a4mulaa_jireenyaa — ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
Channel address: @a4mulaa_jireenyaa
Categories: Animals , Automobiles
Language: English
Subscribers: 20.16K
Description from channel

Seenaawwan gaggabaaboo
Walaloo
Ergaa
Gaaffii fi deebii
Yaadota mo'atoo fi kanneen biroos argachuuf. Miseensa chaanaalii keenyaa ta'aa.

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 94

2021-09-07 20:35:13 ልጅ ሆኜ ምን ደስ እንደሚለኝ ታውቃለህ ?

50 ሳንቲም ይዤ ጓደኞቼን በቁጥጥሬ ስር የማደርገው ነገር
2.2K views17:35
Open / Comment
2021-09-07 20:33:58 ልጋብዝህ ብሎ ወስዶኝ ምሳ ከበላን ቡሃላ ሂሳብ 96 ብር ሲመጣ..

ድፍን መቶ ነው የያዝኩት ለ 96 ብር ብዬ አልዘረዝርም ከፍለህ ውጣ አላለኝም።
2.2K views17:33
Open / Comment
2021-09-07 12:35:30
ግልፅ ጨረታ....
@seyfal_islaam2nd
2.5K views09:35
Open / Comment
2021-09-05 12:45:58
Channel keenya yoo isinitti tole hiraa keessaniif shere godhaa Galatoom

@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
3.5K viewsedited  09:45
Open / Comment
2021-09-04 11:30:04 Dubbisaa!
1.2K views08:30
Open / Comment
2021-09-04 08:56:39 Rakkoon Afriikaanotaa inni guddaan......

"Eenyullee manaa akka hin baane yeroo jedhaman...#eenyullee akka manaa hin baane ilaauuf hundumtuu manaa baha".

#Roobert_Mugaabee
@A4mulaa_jireenyaa
1.3K views05:56
Open / Comment
2021-09-03 13:29:15
Barruu Walaabuu
Jildii 6ffaa
Yeroo muraasa Booda.......
1.2K views10:29
Open / Comment
2021-09-03 12:17:37 ◆ ▬▬▬▬▬▬ ❴✪❵ ▬▬▬▬▬▬ ◆

DHUGAA

Nagaa jaalachuun dura dhugaa haa jaalannu dhugaatu qabatti nagaas bilisummaas.

Saamuun dhugaa hin qabnee shallagii kaminuu nagaa qabachuu hin danda'uu jireenya gammachuu qabdu irralee hedduu fagoodha.

dhugaan hiikaa jireenyaatti soorata saamuutti.

Nun maalee enyuun qabaa dhugaadhaaf haa dhiphannu


◈ ━━━━━━━ ⸙ ━━━━━━━ ◈
@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
◈ ━━━━━━━ ⸙ ━━━━━━━ ◈
1.4K views09:17
Open / Comment
2021-09-03 06:48:37
1.4K views03:48
Open / Comment
2021-09-02 13:56:52 Aོrrɑɑgɑwu

“Aོrrɑɑgɑwu ɑkkɑ Shɑɑmɑɑtti Bɑqee ɑkkɑ Shɑɑmɑɑtti Ifɑ”

@seyfal_islaam2nd

Aོོrrɑɑgɑwu Seenɑɑ Qɑbɑ
Seenɑɑ Hin Dɑgɑtɑmne
Ye ɑrrɑɑgɑwu Tɑɑrik
Gɑruu Hin Dubbɑtɑmne

Yeroon Nɑɑf Hin Gɑ’u
Hundɑ Dubbɑchuudhɑɑf
Gin Tɑnnish Limokkir
Wɑl Yɑɑdɑchiisuudhɑɑf


Collummɑɑ Isɑɑtiif
Fudhɑtɑmɑ ɑrgɑtee
Rɑɑs Mikɑɑ’eel (Mootii Wɑllootiin)
Fudhɑtɑmɑ ɑrgɑtee
ɑjjɑɑbii Mootii Tɑ’ee
Beekkɑmtii ɑrgɑte

Mootiin Wɑlloo Kuni
Bɑɑy’ee Isɑ Jɑɑllɑtee
Islɑɑmummɑɑ Isɑɑ ɑkkɑ Uf Jijiiruuf
ɑrrɑɑgɑwu Gɑɑfɑte

Gɑruu Inni Didee
Ciche ɑmɑntii Isɑɑtti
“Imnɑteen ɑl-Qɑyyirim”
Hɑngɑn Lubbuun Jirutti
Sodɑ Tokko Mɑlee
Hime Mootichɑtti

Obese Dɑndɑmɑtee
Jibbɑɑf Qeeqɑ Nɑmɑɑtii
Wɑɑn Hundɑ Dɑndɑ’ee
Jirɑɑte Gibbii Mootii


Gɑruu…..
Wɑɑn Isɑɑn Jedhɑmu
Hɑɑ Obsuuyyu Mɑlee
Wɑɑn ɑmɑntiisɑɑtti
ɑkkɑmiin Hɑɑ Obsu Ree??

Rɑɑs Miikɑɑ’iil Gɑɑf Tokko
Qeesotɑ Wɑɑmmɑtee
Bɑtɑskɑɑnɑ Ijɑɑruuf
Jɑrɑɑn Mɑri’ɑtee

Eegɑs Wɑliif Gɑlɑnii
Isɑ Ijɑɑruu Irrɑtti
Dhɑkɑɑ Bu’uurɑɑ Kɑ’uuf
Seenuuf Gɑrɑ Hojiitti
ɑrrɑɑgɑwun Qɑbɑtee
Deeme Gɑrɑsitti

Qeesonni Bɑkkɑ Bɑkkɑɑ
Wɑl Geessee ɑchitti
Jibbɑɑf Qeeqɑ Rɑsuulɑɑ
ɑchitti Odeessiti

ɑrrɑɑgɑwu Dhɑɑbbɑtee
Jɑrɑɑf Qɑbɑ Xilɑɑ
Ittumɑ Fufɑnii
ɑrrɑbɑ Rɑsuulɑɑ

Dhɑɑbbɑtee Dhɑggeeffɑchuun
Isɑtti Jɑbɑɑtee
Xilɑɑ Uf Hɑrkɑɑ Qɑbu
Nɑmɑ Birɑɑtti Lɑɑtee
ɑkkɑ Bɑhee Dhufu
Hɑyyɑmɑ Gɑɑfɑte


Hɑyyɑ Fudhɑtee
ɑlɑtti Gɑd Bɑ’ee
Wɑntɑ Gochuu Qɑbu
Yɑɑduutti Gɑd Tɑɑ’e

Qophɑɑ Isɑɑ Gɑd Tɑɑ’ee
Imimmɑɑn Dhɑngɑlɑɑsɑɑ
Wɑntɑ Gochuu Qɑbu
Fudhɑte Ejjɑnnoo Isɑɑ

“Yɑɑ Rɑsuulɑ Rɑbbi
ɑn Fiidɑɑkee Hɑɑ Tɑ’u
Si’ii ɑrrɑbsɑmuu
ɑn Tɑɑ’ee Hin Dhɑgɑ’u”
Jedhee Murteessee Kɑ’e
Wɑnti Tɑ’e Hɑɑ Tɑ’u

Jɑrɑtti Ol Seene
Seyfii Isɑɑ Dhokfɑtee
Jɑrɑ Dhɑbɑmsiisee
Ofiis Du’uu Filɑte


Hundɑ Jɑrɑɑ Irrɑɑ
Mormɑ Irrɑɑ Cire
Nɑbiyyiitu ɑrrɑbsɑme
ɑkkɑmiin Hɑɑ Obsuree??

ɑmmɑ Boodɑ Du’us
Wɑɑ Itti Hin Fɑkkɑɑnne
Bɑ’uuf Kɑrɑɑrrɑ Bu’e
ɑrrɑɑgɑɑwu Hin Sodɑɑnne

Gɑruu Osoo Hin Bɑ’in
Kɑrɑɑtti Qɑbɑme
Gochi Iɑɑ Kuni
Irrɑtti Bɑrɑme
Murteen Fɑnnifɑmuu
Irrɑtti Murɑme
Gɑmmɑchuudhɑɑn Fudhɑte
Homɑɑ Hin Sodɑɑnne

ɑkkɑ Shɑɑmɑɑtti Bɑqee
ɑkkɑ Shɑɑmɑɑtti Ife
Bɑrɑ Bɑrɑɑn Jirɑɑtɑ
Seenɑɑn Isɑɑ Fufee

Jɑnnɑtɑ Hɑɑ Tɑ’u
Egɑɑ Gɑlɑnni Isɑɑ
Kunoo Kɑnɑ Fɑkkɑɑtɑ
Gɑɑbɑɑbinɑɑn Seenɑɑnsɑɑ

Bɑruu Yoo Bɑrbɑɑdde
Kɑnɑrrɑɑ Dɑbɑlɑtɑ
Kitɑɑbɑ Dubbisi
Seenɑɑ Muslimootɑɑ

Dubbisuu Keessɑniif
Hedduu Gɑlɑtoomɑɑ
Dogongorɑ Kootiif
Nɑɑf Godhɑɑ Dhiifɑmɑ

Abdussɑlɑɑm Idriis (S͙e͙y͙f͙a͙l͙ i͙s͙l͙a͙m͙)

Jོoོiོnོ sོhོrོeོ
@seyfal_islaam2nd
@A4mulaa_jireenyaa
2.0K views10:56
Open / Comment