🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸

Logo of telegram channel a4mulaa_jireenyaa — ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸 F
Logo of telegram channel a4mulaa_jireenyaa — ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
Channel address: @a4mulaa_jireenyaa
Categories: Animals , Automobiles
Language: English
Subscribers: 20.10K
Description from channel

Seenaawwan gaggabaaboo
Walaloo
Ergaa
Gaaffii fi deebii
Yaadota mo'atoo fi kanneen biroos argachuuf. Miseensa chaanaalii keenyaa ta'aa.

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 97

2021-08-11 06:33:45


Kitaabaa Ajaaibaa Maalummaa Nabi iisaa/yesuus sirriitti ifaa nama baasu kinoo buusaa dubbisaa

Yeesuus eenyu inni???
dhuguma gooftaadhaa ??? Dhuguma ilma gooftaatii??? (Na'uzubillah)

kana hundaaf deebisa quubsaa ni argattan
289 views03:33
Open / Comment
2021-08-11 06:23:22 Walitti hodhaniif qofa
Jirbiin kophee ta'aaree
Faltii tortore keessaa
Nadhiin dammaa ba'aaree...

Hin addaannee addeessu
Hin fakkaannee fakkeessu
Dhugaadhaan 'shira' jedhu
Du'aadhaan jira jedhu!
332 views03:23
Open / Comment
2021-08-10 07:32:21
Eenyumtuu bootaa nama biraa qabachuu hin danda'u,
Onneerra wanti jiru hunduu Akka Ashaaraa qubaati,

Kan nama hundaatuu wal hin fakkaatu,
:¨·.·¨: ❀
 ·. @seyfal_islaam2nd

ማንም የማንንም ቦታ መሸፈን አይችልም..ልብ ላይ ያሉ ቦታወች ልክ እንደ ጣት አሻራ ናቸው የማንም ከማንም አይመሳሰልም...
:¨·.·¨: ❀
 ·. @seyfal_islaam2nd
1.6K views04:32
Open / Comment
2021-08-10 06:37:54 Furmaanni jaalala

Jaalachuun badii miti
Ati maaf na jibbita
Jibba osoo hin taane
Jaalalatu injifata

Foormulaan inni duraa
Argachuuf wanta feete
Jibba dhiisuudha ati
Jaalala filattee

Jaalala ibsuuf jedhee
Nan dhabe jecha anuu
Ilmi namaa hunduu
Mee wal haa jaalannu

@A4mulaa_jireenyaa
1.6K views03:37
Open / Comment
2021-08-05 22:17:15 Jirtuuuuuuuu
1.6K views19:17
Open / Comment
2021-08-05 16:38:51 Odeeffannoo amanamoo haaraa yeroo yeroon akka sin bira ga'u barbaadduu? Fedhii keessan guutuuf kan dhaabbate chaanaala Oduu24 miseensa ta'aa. Nu biraa oduuwwan argattan.
269 views13:38
Open / Comment
2021-08-04 13:38:41 Ni dɑrbɑɑf Obsine
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆

Gɑfɑ hɑqni dhɑbɑmee
Sobɑɑf shubifɑmu
Abbɑɑn hɑqɑɑ jibbɑmee
Abbɑɑn mɑqɑɑ fɑɑrfɑmu

Dhugɑɑ wɑɑn dubbɑtteef
Gɑɑfɑ doorsiftu
Wɑɑn Hɑqɑɑf fɑlmiteef
Gɑɑfɑ Achi dhiibɑmtu


Biyyɑrrɑɑ bɑqɑttus
Yookɑɑn hidhɑmtullee
Roorroof hɑrkɑ kennitee
Abdii ɑkkɑ hin kunne

Wɑnti hunduu nidɑrbɑ
Kɑnɑ ɑkkɑ hin shɑkkine
Wɑllɑɑlleetii miti
Ni dɑrbɑɑf Obsine

Har'is numa darba
Kaleesiis darbeeraa
Dukkanni hammaannaan
Bariif Dhiyaateera

Abdusse idris
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
:¨·.·¨: ❀
 ·.j♡īn @seyfal_islaam2nd
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
1.7K viewsedited  10:38
Open / Comment
2021-08-04 10:35:43 Albema Hacee guutuu "maal mallisaa?"
1.5K views07:35
Open / Comment