Channel address:
Categories:
Animals ,
Automobiles
Language: English
Subscribers:
20.10K
Description from channel
Seenaawwan gaggabaaboo
Walaloo
Ergaa
Gaaffii fi deebii
Yaadota mo'atoo fi kanneen biroos argachuuf. Miseensa chaanaalii keenyaa ta'aa.
Ratings & Reviews
Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.
5 stars
0
4 stars
1
3 stars
1
2 stars
0
1 stars
0
The latest Messages 100
2021-07-31 15:45:39
Namni cross hojjachuu barbaaddan qunnamaa
@Hin_seene
1.4K views12:45
2021-07-30 15:25:33
"Quuqaa Laphee Jalaa"
Kitaaba kuusaa walaloo Ergaa Baay'ee of keessaa qaba.
An Yoomuu Muslima An Yoomuu Muslima
Natti Hin Basin Maqaa
Islaamummaa Qofa
Bar Amantiin Haqaa
Flatee Nuuf Kenne
Gooftichi Khaaliqaa
Barreessaan :
Abdussalaam Idriis
hammi MB 1.3 fuula 138
share share share
@Galaana_kitaabaa
@Galaana_kitaabaa
JOIN
2.3K views12:25
2021-07-29 06:56:54
Nama Hedduu dhabne
Duuti addaan nubaase
Lazzaa jiruu mara
nurratti hadheesse
Firoottan jallannu
Qabrii nurkaa geesse
Hiriyaan jaallannu
Meeqatu qabrii jira?
Eega dhaqanii Turan
Hin deebine achirraa!
Nu waa quba hinqabnu
Haala Jiruu jaraa
Hin dhufa hinooltu
Guyyaasaa eeggatee
Akka nu ofdagannuuf
Waan fagoo fakkaate
Nama meeqa nurkaa
Dhufee galaafate
Nuufis dhufuuf ta'a
Beellama qabatee
469 views03:56
2021-07-27 10:26:56
Geography Module
#MOSHE ያወጣው
449 views07:26
2021-07-27 10:15:17
@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
438 viewsedited 07:15
2021-07-27 10:15:12
@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
440 viewsedited 07:15
2021-07-27 10:04:52
@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
442 viewsedited 07:04
2021-07-27 10:04:52
@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
420 viewsedited 07:04
2021-07-27 10:04:43
@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
381 viewsedited 07:04
2021-07-27 10:04:12
@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
375 viewsedited 07:04