🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸

Logo of telegram channel a4mulaa_jireenyaa — ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸 F
Logo of telegram channel a4mulaa_jireenyaa — ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
Channel address: @a4mulaa_jireenyaa
Categories: Animals , Automobiles
Language: English
Subscribers: 20.10K
Description from channel

Seenaawwan gaggabaaboo
Walaloo
Ergaa
Gaaffii fi deebii
Yaadota mo'atoo fi kanneen biroos argachuuf. Miseensa chaanaalii keenyaa ta'aa.

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 99

2021-08-03 21:47:35 Albama Hacee "Maal mallisaa" jedhu ni barbaadduu?

Filannoo keessan irratti hundoofna

Eeyyen Lakk
1.8K views18:47
Open / Comment
2021-08-03 14:25:49 "Jaalalli anaaf haaraadha
Kanaaf keessi koo miidhame
Natti hin murteessin
Yaa jamaa
Furmaata dhabeen rakkame

Beek anaa miti isheenuu
Moo'amuu kiyya hubatte
Akkan dandeenye garaankoo
Ni beekti kanaaf roorrifte"

Hacee
2.3K views11:25
Open / Comment
2021-08-03 11:02:12 TOLA XIQQOO HOJJACHUUN TOLA GUDDAAN SI BADHAASA

SEENAA
DARGAGGEESSA TOKKOO


Kutaa 1ffaa
▼▼▼ ▼▼▼ ▼▼▼ ▼▼▼

√ Dargaggeessi Kun Hojiin Isaa Iddoo Boba'aa Konkolaataa Kan Hojjatuudha.
Iddoon Kunis Iddoo Nyaataaf Dhugaatiin Manni Namaas Tahe Namnis Hin Jirru Ture
Haati (Harmeen )Dargaggeessa Kanaa Dhukkubsate Hospitaala Ciistee Jirti .

Haalli Harmeen Isaa Itti Jirtu Yaaddessaa Waan Tureef Doktoris Dhukkuba Harmee Isaa Kanaaf Qorichi Akka Hin Jirre Itti Hime.

Harmeen Isaas Carraa Tokko Qofa Qabdi Innis Du'a .
Harmeen Isaas Haaluma Kanaan Hospitaala Keessatti Du'aaf Eeggama Jirti .

Guyyaa Tokko Dargageessichi Kuni Iddoo Dalagaa Isaatii Gammojjii Nyaataaf Dhugaatin Hin Jirre Keessa Kophaa Isaa Osoo Deemuu Saree Tokko Arge.

Sareen Kun Bishaan Dheebote Tan Hargana Jiru Tahuu Hubatee Bishaan Harkatti Qabatee Waan Jiruuf Bishaan Kana Saree Obaasee Bira Darbe.

Guyyaa Lammaffaa Nyaataaf Dhugaatii Qabatee Dalagaa Deeme. Kana Wanti Inni Godheef Yoo Akka Carraa Sareen Sun Isatti Dhufe Nyaataaf Dhugaatis Kennuufii Barbaadeti.
Deemee Iddoo Kaleessa Saree Bishaan Obaase Sana Yeroo Dheeraaf Taa'ee Eege. Otuu Akkasitti Taa'ee Eeguu Wanti Rifachiisaan Tokko Isa Muudate Innis #Bofa (Jawwee) Arge #Bofni Kun Mataa Raasaa Gara Mucichaatti Qajeelte. ......
Itti Fufa


.
.
@seyfal_islaam2nd
@seyfal_islaam2nd
2.3K views08:02
Open / Comment
2021-08-02 21:24:57 .......አንቺ'ና ቁንጅናሽ.....

እኔም ለኔ ስልሽ
ሌላም ሠው ሢመኝሽ
ተወዳድርኩ እኔም
የግሌ ላደርግሽ
ግና ምን ያደርጋል
መስፈርትሽ ይከብዳል
እንኩዋን እኔ ቀርቶ
እብዱም ደግሞ ያብዳል
621 views18:24
Open / Comment
2021-08-02 06:45:43 Barii Gaarii

Akkam naaf bultanii
Nagumaa lammiikoo
Isinirraa haa qabu
Rabbi wanta rakkoo

Waan yaaddan argadhaa
Gammadaa jiraadhaa
Ani hadhas boris
Baay'een isin jaalladha

Guyyaa nagaaf gammachuu
Kan jaalalaaf nageenyaa
Guyyaa milkii argannu
Haa ta'u hunda keenyaa

Ani obbolessi kee
Abdussalam idrisi
Wanta gaarii malee
Wanta hamaa dhiisi


GUYYAA GAARII


@seyfal_islaam2nd
1.7K views03:45
Open / Comment
2021-08-01 15:43:16 An maalan dubbadha!!!

kan silaa dubbatee
Nama dubbachiisu
Wanta ofii beeku
Sabasaa barsiisu

Kan kan harka hin laanne
Kan garaaf hin bitamne
Kan waan dhugaa malee
Soba hin dubbanne

Kan yoo dubbates
Isarraa bareedu
Ummata isaatiif
Halkaniif guyyaa aadu

Inni haa dubbatu
An maalan dubbadha
Namni dhugaaf falmu
Yoomiyyuu gootadha,


Abduselam idris Dmu / #Denmark

@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
330 views12:43
Open / Comment
2021-08-01 11:21:17 Jaalalleeko
Jechoonni Ati naan jettu siif salphaa ta'anis;
Anaaf garuu madda Gammachuu fi Gadda kooti!


@A4mulaa_jireenyaa
719 views08:21
Open / Comment
2021-08-01 11:20:10 Rakkoo har'a harkaa si qabdu tana guyyaa tokko yaadan if duubatti laaltee itti kofluuf teessa.

@A4mulaa_jireenyaa
711 views08:20
Open / Comment