🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

ancient history of oromoo and oromia

Logo of telegram channel etbisahusen — ancient history of oromoo and oromia A
Logo of telegram channel etbisahusen — ancient history of oromoo and oromia
Channel address: @etbisahusen
Categories: Telegram
Language: English
Country: Not set
Subscribers: 1.52K
Description from channel

YouTube kenya
https://youtu.be/eq2eWxR8t-w
Facebook kenya
https://www.facebook.com/ebisaahusen/

Ratings & Reviews

2.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

1


The latest Messages 29

2021-05-18 08:51:46 Afaan Oromoo Afaan Guddaa

oromoon Gaafa Makmaaku Abbaa Iyyatu Ollaan Birmata Jedha

Iyya Kana Hundi Keessanuu Waliif Dabarsaa
Afaan Keenya Yaa Guddisnu
Seenaa Keenya Yaa dubbisnu
Inaaffaa Yaa Hambisnu
Tokkummaa Yaa Cimsinu
Jaalala Yaa Tiksinu
Jibba Yaa Maqsinu
Namummaa Yaa Dursinu
5 views¥dnk Kachu, 05:51
Open / Comment
2021-05-17 18:40:33 El- waaq!  ( Eela waaqaa)
  --------
    Duraan dursee Eelli maqaa El- waaq jedhu kanaan waamamu lama. tokko Eela amma oromoon booranaa tulaa dubluq jattee waamttu kana hoggaa tahu kan lamadaa El- waaq guddicha kan daangaa keeniyaatiifi Somalia jiddutti argamu  ykn Eela  Somalia, jubatti  argamuudha.. Hamma Ammaa iddoon kun ykn magaalaan takka maqaa El- waaq jedhamuun waamamaa jirtti. Dur oromoon ossoo dhiibamee naannoo San gad dhiisee hin bahin dura sirna irreeffannaa ykn sirna dhibaayyuu El- waaqa kanatti gaggeeffachaa ture. Sababnii isaa, Elli kun Eela oromoon yeroo duraatiif bishaan qotee irraa baafatte waan taheef iddoo kanatti waaqaaf galata galchaa turan jedhama.

     Gara biraatiin oromoo booranaatiif eelli qaraa ykn Eelli  jalqabaa Eela waaqaa ykn tulaa dubluq hoggaa tahu oromoonni boorana yeroo Ammaa sirna dhibaayyuu Eela waaqaa ykn tulaa dubluq kanatti gaggeeffatan.
102 views000, 15:40
Open / Comment
2021-05-17 18:14:32 Yooyyaa

Odeeffannoo dhugaa fi qabatamaa ta'ee Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa telegiramaa GADAA MAGAZINE itti dabalamaa.

Gadaa Magazine hiriyootaa keessaniif illee affeeruu hin dagaatinaa.

JOIN : https://t.me/GADAA_MAGAZINE

Yaada fi ergaa qabdan akkasumas waan isinitti dhaga'amus nuf qooda.

Nu Qunnamuuf @gadaamagazineBOT fayyadamaa.
75 views¥dnk Kachu, 15:14
Open / Comment
2021-05-17 15:50:55 Og-barruu Afaan Oromoo

Mee Namni ani of barruu Afaan Oromoo nan jaaladha jedhu?
Qabeenya kee ati osoo hin kabajin namni akka siif kabaju eegun gowwummaadha. Dafaa chaanaalii babbareedoo Of barruu Afaan Oromoo kunneen Join godhaa
56 views¥dnk Kachu, 12:50
Open / Comment
2021-05-15 08:22:27 Afaan Oromoo Afaan Guddaa

oromoon Gaafa Makmaaku Abbaa Iyyatu Ollaan Birmata Jedha

Iyya Kana Hundi Keessanuu Waliif Dabarsaa
Afaan Keenya Yaa Guddisnu
Seenaa Keenya Yaa dubbisnu
Inaaffaa Yaa Hambisnu
Tokkummaa Yaa Cimsinu
Jaalala Yaa Tiksinu
Jibba Yaa Maqsinu
Namummaa Yaa Dursinu
22 views¥dnk Kachu, 05:22
Open / Comment
2021-05-14 19:36:37 Aartii Afaan Oromoo Cinaa dhaabbachuun dirqama Oromoota maraati. Kaanaf ammoo ijoollee qaxalee guddina damee kanaaf falman kanneen fuula YouTube isaanii subscribe gochuun yaa jajjabeessinu.



29 views¥dnk Kachu, 16:36
Open / Comment
2021-05-13 23:34:13
eid Mubarak
84 views22916, 20:34
Open / Comment
2021-05-12 20:06:07 Og-barruu Afaan Oromoo

Mee Namni ani of barruu Afaan Oromoo nan jaaladha jedhu?
Qabeenya kee ati osoo hin kabajin namni akka siif kabaju eegun gowwummaadha. Dafaa chaanaalii babbareedoo Of barruu Afaan Oromoo kunneen Join godhaa
54 views¥dnk Kachu, 17:06
Open / Comment
2021-05-10 22:04:14 Dambalii Jaalalaa

Chaanaala Afaan Oromoo ergaawwan jaalalaafi walaloowwan jaalalaan guutame kanatti namni miseensa hin taane eenyu?
14 views¥dnk Kachu, 19:04
Open / Comment
2021-05-08 23:01:39 Gadaa Magazine

Gadaa Magazine torbaanoota darbaan afraniif maxxaansaa fuula chanaalicha irratti akka hin dhoobnee dhorkamaa turera.

Rakkoo kana furuuf dhaabbataa Telegiraamaa waliin hasaa'a turrera, haa ta'uu malee deebii gahaa hin argannee.

Gadaa Magazine marii maatii isaa waliin tasiiseen chanaalaa haaraa banuun hojii idilee isaatti akka deebi'uu qabu murtaa'eera.

Egaa hordoftoonni maatii chanaalicha turtan akkasumas hordooftoonni haaraan maatii chanaalicha ta'uuf geessituu @Gadaa_magazine fayyadamuudhaan itti dabalamaa.

Gadaa Magazine hundeeffamee baatii 7 keessatti hordooftoota 31,000 ol horachuu danda'eera.

Itti dabalamaa
https://t.me/Gadaa_magazine
https://t.me/Gadaa_magazine
217 views¥dnk Kachu, 20:01
Open / Comment