2021-11-28 14:00:08
☆Gaaffiif deebii marsaa 101ƒƒαa
☆ Dhibee fi Dawaa Sammuu kutaa 1ffaa irraa
____ [1] Maddii guddaan cubbuu fi dillii hundaa shirkii fi kufriidha.
#A| dhugaa #B| dhugaa miti
[2] “Beekumsi Rabbii ifa. Ifni Rabbii nama cubbuu raawwatuuf hin kennamu.” Hayyu kamtu jecha kana dubbate?
#A| Imaam Shaafi’i #B| hasan Al basrii
#C| Waaki'i #D| imaamu maalik
[3] Namni tokko Rabbiin dhiise qalbii isaa namaaf ykn wantoota duniyaa tanaatif yommuu gurguru, maaltu itti dhagahama?
#A| Gadi aantummaa #B| salphinna
#C| boqonnaa gaarii #D| "C" malee
[4] .... ... galaanaa daarii (beach) hin qabne jedhama. Namni galaana kana keessatti tare gahuumsi isaa hin beekkamu.
#A| Araadota #B| Hawwii sobaa
#C| Bishaan #D| deebii hin qabu
[5] Bu'aan Hirriba heddumeessuu fi nyaata baay’isuu.
#A| qaama butucha #B| sammuu dugulcha
#C| Dandeetti waa hojjachuu fi hubachuu nama dhoorka. #D| hunda
[6] Maaf Qur’aanni nama hamachuu foon obboleessaa nyaachuun wal bira qabe?
[7] cubbuulee sammuu namaa haguugan muraasa ibsi.
maqaa hin irraanfatinaa!!
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
※ yeroon deebiin itti xumuuramu.
※ hanga salaata fajrii 11:00 .
※ ြၜAl-risala-tube
※ ြၜGaarommina qalbii.
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
659 viewsedited 11:00