🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

JECHOOTA GAMNAA ✪

Logo of telegram channel jechoota_gamnaa — JECHOOTA GAMNAA ✪ J
Logo of telegram channel jechoota_gamnaa — JECHOOTA GAMNAA ✪
Channel address: @jechoota_gamnaa
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 11.43K
Description from channel

Channel kenyaa #join godhaa Jechoota psychology ykn Xinsammuu fayyadan irraa argachuu dandeessaa.
☞︎︎︎ Xinsammuu(psychology )
☞︎︎︎Jechoota Hayyoota
☞︎︎︎Gorsa BEEKTOTAA fi Gorsa JIREENYA
Yaada yoo qabattee : @maalmallisa21

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


The latest Messages 12

2022-01-13 18:18:55 Nama goota jechuun nama Yeroo hunda an hin dogogoru, an beekaa dha ifin jedhu San osoo hin ta'in,
Nama Yeroo dogogore dogogora ofii beeke fi amanee irraa baratu sani !!

Kun ofitti amanamummaa qabaachu agarsiisa!


@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
667 viewsرب اشرح لي صدري ويسر لي آمري, 15:18
Open / Comment
2022-01-11 20:46:54
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
308 viewsMAAL MALLIISAA, 17:46
Open / Comment
2022-01-10 19:40:26 Baga gammaddan!
Baga gammanne!
Gammachuu guutuu rabbi nuuf haa godhu.
672 viewsMAAL MALLIISAA, 16:40
Open / Comment
2022-01-09 21:38:20 "Kan darbeef Mudannoo, Kan dhufuuf muxannoodha. Lamaanuu deemsa jireenyaati"

@jechoota_gamnaa
453 viewsWanti Qabdu Qabaa Barbaada, 18:38
Open / Comment
2022-01-06 19:01:22
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
388 viewsMAAL MALLIISAA, 16:01
Open / Comment
2022-01-04 19:17:03 Kaayyoon, ejjannoon keefi dhugaan ati qabdee itti deemtu sagaleewwaniif waca nannoo kee jiruun adda si baasu. Dhugaanis, kaayyoo ofiif jiraachuunis jaallatamaa sin taasisan. Haqa kana simattee kaayyoo keef dhugaa qabdee jirtuun imala kee itti fufi.

@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
350 viewsMAAL MALLIISAA, 16:17
Open / Comment
2022-01-03 20:54:45 "Waan hojjete caalaa waan guddaa hojjechuu ni dandeessa".

@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
504 viewsMAAL MALLIISAA, 17:54
Open / Comment
2021-12-31 20:43:19
Dubbisun hubannoo ofii gabbisuudha!
Hubanno ofii gabbisuun immoo of ijaarudha. Of ijaarun immo dhaabbataa ofii tolfachuudha.!

@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
822 viewsMAAL MALLIISAA, 17:43
Open / Comment
2021-12-31 20:34:55 "Kaayyoo kee irratti xiyyeeffachuu gaafa jalqabdu namoota hedduu dhabuu jalqabda.Namoota jaallattuuf kabajju, namoota kaleessa "siif jirra" jechaa turan, namoota adeemsa si jalqabsiisan, namoota fakkeenya siif ta'an, keessumaa immoo, namoota guddiftee isaan eegduuf, jireenya kee keessatti bakka guddaaf kabaja guddaa kennituuf dhabuu eegalta."

@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
795 viewsMAAL MALLIISAA, 17:34
Open / Comment
2021-12-30 20:17:47 Guyyaa tokko jaarsi beela'e tokko daabboo gogaa harkaa qabu waan ittiin laaffisee nyaatu kadhachuuf naannoo mana nyaataa tokko taa'e. Xinnoo akkuma achi taa'een fooliin nyaataa baayyee nama haawwatu afaan isaa hancufaan guute. Jaarsi kunis daabboo gogaa harkaa qabu ija isaa dunuunfatee akka ittoo fooliin isaa funyaan isaa seenen nyaatutti of amansiisuun daabboo isaa nyaate.

Haala nama kanaa ilaalaa kan ture abbaan mana nyaataa sanaa, Jaarsa kana bira dhaquun silliqsee qabatee kan funfatteef kanfali jedhee ija itti babaase. Jaarsi hiyyeessi sunis "Anoo qarshii hin qabu. Yoo barbaadde abbaa murtii bira na geessi" jedheen. Namichis abbaa murtii bira geessun wanta uumame marayyuu tokko lamaan itti hime. Xumura irrattis abbaan murtii jaarsi hiyyeessi sun kan funfateef akka kanfalu itti murteesse.

Xumura irratti abbaan murtii kun qarshii akka jaarsichi kanfaluuf itti murtaa'e "Ani ofii koon kanfalaaf" jechuun Abbaa mana nyaaticha ofitti waamun, Saantimoota kiisa isaanii keessa jiru baasun harka isaanii laman gidduu naquun gurra isaatti qabanii 'shak shak shak' gochuun sagalee isaa dhageessisan. Itti fufuun abbaan murtii "Deemi egaa ani kanfaltii jaarsa kana irra jiru siif kanfaleera" jedhaniin abba mana nyaatichaan. Namichis waan wallaalee "Maal jechuudha kun abbaa murtii? sagalee isaan dhaga'e malee yoomin fudhadhe" jennaan. "Jaarsi kunis foolii isaa fuunfate malee yoom nyaate?" jechuun deebisaniif.

Dukkana doofummaaf ifni beekaa qoricha.


Maddi:- Gola Fuul-barruu

@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
336 viewsMAAL MALLIISAA, 17:17
Open / Comment