Get Mystery Box with random crypto!

JECHOOTA GAMNAA ✪

Logo of telegram channel jechoota_gamnaa — JECHOOTA GAMNAA ✪ J
Logo of telegram channel jechoota_gamnaa — JECHOOTA GAMNAA ✪
Channel address: @jechoota_gamnaa
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 11.43K
Description from channel

Channel kenyaa #join godhaa Jechoota psychology ykn Xinsammuu fayyadan irraa argachuu dandeessaa.
☞︎︎︎ Xinsammuu(psychology )
☞︎︎︎Jechoota Hayyoota
☞︎︎︎Gorsa BEEKTOTAA fi Gorsa JIREENYA
Yaada yoo qabattee : @maalmallisa21

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


The latest Messages 10

2022-01-29 19:37:05 Nama kamuu namummaaf kabaji ilaalchaan garuu adda baasi. Eenyu badaa eenyu gaari akka ta'e ilaalcha isaatirraa hubatta waan ta'eef.

@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
2.0K viewsMAAL MALLIISAA, 16:37
Open / Comment
2022-01-29 19:32:39 Jireenya keenya keessatti wanni guddaan barachuu qabnu tokko haaluma hunda keessatti tasgabaa'u dha.

@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
2.1K viewsMAAL MALLIISAA, 16:32
Open / Comment
2022-01-29 19:31:42
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
1.9K viewsMAAL MALLIISAA, 16:31
Open / Comment
2022-01-28 19:14:48 kana fudhaa mee!

> Nama cimaa ta'i jechuun hin kufin jechuu miti. Kuftee ka'uu bari jechuudha malee.

> Callisi jechuun hin dubbatin jechuu miti. Dhageeffachuuf gurra laadhu jechuudha malee.

> Hin lolin jechuun miira hin qabaatin jechuu miti. Aarii irraa dafii deebi'i jechuudha malee.

> Dhiifama godhi jechuun hin miidhamne jechuu miti. Dubbii garaatti baachun miidhaa sirraan ga'a jechuudha malee.

> Diina kee jaaladhu jechuun diinni gaaridha jechuu miti. Jibba caala jaalalatu moo'ata jechuudha malee.

> Gammadaa ta'i jechuun hundumaa qabaachuu qabda jechuu miti. Waan qabdutti gammadi jechuudha malee.

D/r Mihiret Dabbabaa

@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
.
406 viewsMAAL MALLIISAA, 16:14
Open / Comment
2022-01-26 19:43:58
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
1.1K viewsMAAL MALLIISAA, 16:43
Open / Comment
2022-01-25 19:02:26 Namni tokko tokko yoo waan irraa deebiin yaaluu kaafteef abdii kutannaa sittii himuu.
Saniif immoo furmaannii irra deebiin yaaduu fi irra deebiin yaaluu qofa .

@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
1.3K viewsMAAL MALLIISAA, 16:02
Open / Comment
2022-01-24 19:26:25
1.6K viewsMAAL MALLIISAA, 16:26
Open / Comment
2022-01-23 23:10:10 Itti rakkachuun booda milkawwuudhaafi.

@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
199 viewsMAAL MALLIISAA, 20:10
Open / Comment
2022-01-23 23:07:58 Namni kufaatii sodaatuu hin tarkaanfatuu.

@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
206 viewsMAAL MALLIISAA, 20:07
Open / Comment