Get Mystery Box with random crypto!

JECHOOTA GAMNAA ✪

Logo of telegram channel jechoota_gamnaa — JECHOOTA GAMNAA ✪ J
Logo of telegram channel jechoota_gamnaa — JECHOOTA GAMNAA ✪
Channel address: @jechoota_gamnaa
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 11.43K
Description from channel

Channel kenyaa #join godhaa Jechoota psychology ykn Xinsammuu fayyadan irraa argachuu dandeessaa.
☞︎︎︎ Xinsammuu(psychology )
☞︎︎︎Jechoota Hayyoota
☞︎︎︎Gorsa BEEKTOTAA fi Gorsa JIREENYA
Yaada yoo qabattee : @maalmallisa21

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


The latest Messages 7

2022-03-19 20:15:44 Iccitii Gaggeessummaa

Gaggeessummaan bulchiinsa fedhii fi yaada uummataa giddu galeeffatee dha. Gaggeessaan yeroo hundumaa waan hundumaan fakkeenya gaarii ta'ee kan argamuudha.

➛ Laga tokko gamatti ce'uuf riqichi yoo barbaachise, gaggeessaan riqicha ta'ee, uummanni isa irra adeemee ce'a. Qabeenyi guddaan gaggeessaan qabu namoota gaggeeffamu sana dha. Jaalala guddaa namoota hundumaaf qaba.

➛ Lubbuu kennuun yoo barbaachise ofii isaa dabarsee kan kennudha. Haala rakkisaa keessatti uummata gatee kan baqatu utuu hin ta'in, haala kamiyyuu keessatti uummata isaa waliin kan jiraatu, uummata isaaf kan du'u, onnee namoota hundumaa keessaa jaalala addaa kan qabudha.

➛ Namoonni kan itti of amananii jiraatan gaggeessaa dha. Murtoo qajeelaa murteessa.

➛ Hordoftoonni isaa hundinuu akka isaa akka ta'aniif karaa bana. Milkaa'ina namootaatti baay'ee amana. Abdii namootatti horuun galmaan hamma gahutti halkanii fi guyyaa hojjeta.

#Gaggeessaa_ta'i!

@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa
4.2K viewsSIIF Hin GALLEE, 17:15
Open / Comment
2022-03-16 20:53:06 Galma Baafachuun Maaliif Barbaachisa;?

Mee Taphattoonni Kubbaa Miilaa Taphachuuf Dirretti Seenanii Qophaa'aa Jiran Haa Jannuu.Garuu Namni Tokko Akka Tasaa Muka Gooliin Itti Galu Buqqisee Sarara Gooliin Akka Gale Mullisu Yoo Haqe Akkamiin Gooliin Akka Gale Beekkama?,Bakka Goolii Itti Galchitu Gahuukee Akkamiin Beeyta? ,Dharraa Taphaa Waan Qabnuuf Qofa Taphachuun Bu'aa Hin Qabu Bakka Goolii Itti Galchinu Akkamiin Akka Galchinu Beekuu Qabna. Galma Keenya Addaan Baafannee Hin Beeknu Taanaan Jireenyi Bitaa Nutti Gala. Bakka Deemtu Odoo Hin Beekiin Makiinaa Ni Ooftaa? Hin Ooftu Akkas Taanaan Maaliif Namoonni Baayyeen Galma Qabatamaa Odoo Hin Baafatin Akkanumaan Jiraaturee? Atoo Galma Murtaa'aa Qabdaa Moo Akkanumatti Dirree Muka Goolii Hin Qabne Keeysatti Kubbaa Taphachaa Jirta (Anaaf Atiis) Ammumarraa Galma Haa Baafannuu
Dhaamsa kooti


@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa
4.5K viewsSIIF Hin GALLEE, 17:53
Open / Comment
2022-03-12 21:24:48 "Toomaas Ediisan namni yeroo jalqabaaf balbii hojjete dukkana sodaata ture."

》 Rakkinnii fi sodaan har'a qabdu waan haaraa kalaquuf karaa siif bana ta'a. Mudhii kee hidhadhuu jireenya itti fufi! Boru har'a irra ni wayya jechuudhaanis mul'ata kee guddisi! Fageessii yaadi! Guyyaa guyyaadhaan waan adeemsa kee irraa duubatti si gototaniif furmaata haaraa kalaqi! Eeyyee akkasitti abbaa furmaataa jedhamta.

@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
5.1K viewsSIIF Hin GALLEE, edited  18:24
Open / Comment
2022-03-10 22:01:02 Xiiqiin_Maalii?

Xiiqiin kakkaastuu (stimulant) waan yaadnee ittiin hojjeenudha. Xiiqiin aarsaa milka'insi nurraa barbaadu bahuuf qophii ta'u keenya kan agarsiisudha. Xiiqiin inaaffaa, haaloo, nama irratti ka'uu, jibbaa of keessa kan hin qabne fi tattaaffii gaarii nutti guyyuun bahanudha.

@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa
5.0K viewsSIIF Hin GALLEE, 19:01
Open / Comment
2022-03-02 22:50:52 Jechoota xiinsammuu Akkasumas Qophiilee adda addaa Isin Bashannansiisan fi irraa barattan Argachuuf Kanneen Keessaa Kan Barbaadan Seenaa

#Join godhaa.
243 viewsرب اشرح لي صدري ويسر لي آمري, 19:50
Open / Comment
2022-02-28 20:50:45 Yoo nama taate fedhii keetiif osoo hin taane kaayyoo keetiif dursa kenni

@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
387 viewsSIIF Hin GALLEE, 17:50
Open / Comment
2022-02-26 20:25:59
"Isaan qarshii lolaaf qabu garuu hiyyeessa nyaachisuu hin
danda'an. "

@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
382 viewsSIIF Hin GALLEE, 17:25
Open / Comment
2022-02-25 20:00:40 FAAYIDAA DUBBISUU

Kitaabni ilma namaa kallattii hundaan ijaaree guutuu taasisa. Namoonni dubbisan imala jireenya isaanii keeysatti beekkumsa guddaa kuufatanii sammuu ofiitiis jaaran. Kana malees kitaabni madda gammachuu fi hiriyyaa yeroo hunda si waliin jiru, kan si bashannansiisu tahuun nama fayyada. Waahela siif tahuun yeroo kamittuu kophummaa fi mukaa'uun akka sitti hin dhagayamne si taasisa.

Itti fufa......

@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
1.0K viewsSIIF Hin GALLEE, edited  17:00
Open / Comment
2022-02-22 20:35:37 Jaalalli warra of miidhus, warra wal miidhus hin fedhu. Warri wal jaallatu, sababni jiraachuu isaanii, walii isaaniiti.

@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
707 viewsSIIF Hin GALLEE, 17:35
Open / Comment
2022-02-21 21:09:31 Yoo sammuun kee baay'ee cinqamu waan jaalattu raawwadhu.

@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
643 viewsSIIF Hin GALLEE, 18:09
Open / Comment