Channel address:
Categories:
Education
Language: English
Subscribers:
11.43K
Description from channel
Channel kenyaa #join godhaa Jechoota psychology ykn Xinsammuu fayyadan irraa argachuu dandeessaa.
☞︎︎︎ Xinsammuu(psychology )
☞︎︎︎Jechoota Hayyoota
☞︎︎︎Gorsa BEEKTOTAA fi Gorsa JIREENYA
Yaada yoo qabattee : @maalmallisa21
Ratings & Reviews
Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.
5 stars
1
4 stars
0
3 stars
0
2 stars
1
1 stars
0
The latest Messages 5
2022-04-18 00:45:02
@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa
235 viewsSIIF Hin GALLEE, 21:45
2022-04-16 23:44:33
"Isa of keessa jiruuf Amanamaa ta'ii " Andre Gide.
@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa
389 viewsSIIF Hin GALLEE, 20:44
2022-04-16 23:43:09
"Bakka dhaqxee hundumaattii onneekee guutuudhaan deemii" Confucius.
@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa
388 viewsSIIF Hin GALLEE, 20:43
2022-04-14 22:58:34
SodaaSodaan deebii yaada keetiti. Sodaan yeroodhan hin kolaafamne taanan humna yaaduu fi waa kalaquu namarraa mulqa. Inni jabaan sodaachuu dhiisudha,gootummaa. Icitiin sodaa kee injifattuun keessaa tokkoo fi jabaan wanta sodaattu hojjachuudha.
.
Maalummaa sodaa tolchii adda baafadhu. Sodaa sumatuu uuma,sammuu kee keessa malee eessayyuu hin jiru. Sammuu kee keessaa dhabamsiisnan eessallee hin jiru jechuudha. Sodaa of keessaa balleesite taanan bakka garaa keetii,bakka abjuu fi Mul'ata keetii ni geessa. Kun immoo jireenya kee keessatti gammachuu fi nageenya guddaa siif kenna.
Madda:The monk Who Sold His Ferarri.@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa
302 viewsSIIF Hin GALLEE, 19:58
2022-04-13 00:11:00
Namni Baay’een Yeroo Si Jaallatu Baay’een Akka Si Jibbu! Beeki Hundi Gaarummaa Namaa Hin Yaaduutii.
@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa
946 viewsSIIF Hin GALLEE, 21:11
2022-04-13 00:10:31
Nama Ofii Isaa Sitti Boonsu Irraa Fagaadhu! Keessa Isaa Tuffii Jiraatii.
@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa
935 viewsSIIF Hin GALLEE, 21:10
2022-04-12 02:43:57
1.3K viewsSIIF Hin GALLEE, 23:43
2022-04-10 22:59:55
☞
Waa shan waan shaniin tolan 1-jirenyi fayyaan tola
2-bareedinni haala gaariin tola
3-hirriibni yaada gaariin tola
4-imaltuun saahiba gaariin tola
5-halkan zikrii Rabbiin tola
☞
Waan Shan waa shaniin bekkama1-Mukni firiin bekkama
2-Jaartiin yeroo jaarsi miskiinawe
3-Saahibni yeroo Rakkoo
4-Mu'uminni yaroo mokkorome
5-Arjaan yeroo itti haajaman bekkama
@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa
1.6K viewsSIIF Hin GALLEE, 19:59
2022-04-09 22:48:02
Ati jijjiirama adunyaa kana irrattii arguuf hawwitu ta'uu qabda "
Mahatma Gandhi"@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa
1.8K viewsSIIF Hin GALLEE, edited 19:48
2022-04-07 21:51:18
"Ani ilma maatii hiyyeessaati. Kophee cimdii bituuf humna waan hin qabneef kophee garaagaraa laman godhadha ture. Nyaata nu nyaachisuuf jecha harmeen koo mana namaatti wayyaa micciti ture. Har'a daandii gubbaatti ijoollee jireenya isaanii jijjiiruf yaalan kanan argee bira hin darbine sanaafidha. Sababni isaas jireenyan dabarse sana of duuba deebi'ee waanan yaadadhuufidha"
Saadiyoo Maanee
Jireenya keessa dabartee dhufte dagachuu hin qabdu.
@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa
2.6K viewsSIIF Hin GALLEE, edited 18:51