Channel address:
Categories:
Education
Language: English
Subscribers:
11.43K
Description from channel
Channel kenyaa #join godhaa Jechoota psychology ykn Xinsammuu fayyadan irraa argachuu dandeessaa.
☞︎︎︎ Xinsammuu(psychology )
☞︎︎︎Jechoota Hayyoota
☞︎︎︎Gorsa BEEKTOTAA fi Gorsa JIREENYA
Yaada yoo qabattee : @maalmallisa21
Ratings & Reviews
Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.
5 stars
1
4 stars
0
3 stars
0
2 stars
1
1 stars
0
The latest Messages 8
2022-02-20 22:01:49
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
1.0K viewsSIIF Hin GALLEE, 19:01
2022-02-17 19:26:36
Nama jaalattuuf abaaboo kennuuf, hamma du'utti hin eegin! osoo lubbuun jiruu kenniif!
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
555 viewsSIIF Hin GALLEE, 16:26
2022-02-17 19:26:09
Rakkoo malee rakkataa hin jibbin! rakkataa kan jibbu gadheedha wantaahef!
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
547 viewsSIIF Hin GALLEE, 16:26
2022-02-17 19:25:41
Qarshii akka itti argattu malee, qarshii akka itti balleesitu nama hin gaafatin!
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
543 viewsSIIF Hin GALLEE, 16:25
2022-02-16 09:38:01
Jechoota xiinsammuu Akkasumas Qophiilee adda addaa Isin Bashannansiisan fi irraa barattan Argachuuf Kanneen Keessaa Kan Barbaadan Seenaa
#Join godhaa.
10 viewsرب اشرح لي صدري ويسر لي آمري, 06:38
2022-02-15 22:05:57
Roorroon hundi kan adeemsa si dhorku, kan si amansiisuuf yaalu murannoo kee hir'isa kanaaf osoo hin yaadiin bira kuti, humna kee hundaan deemii.
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
300 viewsLen Koo, 19:05
2022-02-14 19:52:12
"Yeroo abbaan qabeenyaa(sooressi) tokko dhukkubsatu, Harka qalleessi (Hiyyeessi) qarshii baasee deemee sooressichaan harka fuudha 'Rabbi si haa maaru, fayyi.' Jedhee hawwii qabus ibsaaf. Garuu Yeroo Hiyyeessichi dhukkubsatu namni dhaqee harka fuudhu hin jiru, ofii hanga fayyutti eegee, yeroo fayyu Mana abbaa qabeenyichaa deemee, akka dhukkubsachaa turee fi yeroo dhukkubbicha akkamiin akka dabarse ofii isaa jechaan sooresichatti hima."Chiinuwaa Acheebeetu jedhe. Isin garuu qabaattanis dhabdanis fayyaa ta'aa.@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
901 viewsSIIF Hin GALLEE, 16:52
2022-02-12 21:29:09
Hedduu wanin sii jalaadheef nan jibbu jattee dogogara fokkota hin hojjatin akkuma bayee jalatamanitti wantii dogogoraa jalaala baleessu. hojachuun caalattii jibba fiddii jibamuuf if hin mudiin
Dhamsa warra yaroo jalaala keessa jirtanif.@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
625 viewsMAAL MALLIISAA, 18:29
2022-02-11 20:35:48
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
998 viewsMAAL MALLIISAA, 17:35
2022-02-10 20:44:39
Addunyaan akka Goohaa(echo) ti.
Jaalalli balbala keenya dhadhahee ni beeka? Goonkumaa! Sababni isaa jaalala kennu hin jalqabne. Wanti beeku qabdan kan kennine hundi deebi'ee akka gara keenya dhufu.Kunis seera uumamaa keessaa tokko.
Addunyaa hundi akka goohaati.Jibba kennina taanan,deebi'ee jibbi gara keenya dhufa.Namoota ni arrabsina,achi booda arrabni deebi'ee dhufa. Qoraati(qoree) yoo kenninu deeb'ee dhufa .kan kenninu hundi deebi'ee karaa biraatin dhufa.Jaalalas yoo qoodne deebi'ee dhufa.Jaalalli deebi'ee gara keenya yoo hin dhufne tahe jaalala akka hin kennine beeku qabna.
Jaalalli kan kennitu malee kan fudhattu miti. @jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
398 viewsMAAL MALLIISAA, 17:44