Channel address:
Categories:
Education
Language: English
Subscribers:
11.43K
Description from channel
Channel kenyaa #join godhaa Jechoota psychology ykn Xinsammuu fayyadan irraa argachuu dandeessaa.
☞︎︎︎ Xinsammuu(psychology )
☞︎︎︎Jechoota Hayyoota
☞︎︎︎Gorsa BEEKTOTAA fi Gorsa JIREENYA
Yaada yoo qabattee : @maalmallisa21
Ratings & Reviews
Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.
5 stars
1
4 stars
0
3 stars
0
2 stars
1
1 stars
0
The latest Messages 4
2022-05-07 01:04:23
Karaan ittiin gammachuu argatan tokkicha.Innis muddamaa fi sodaa human keenyaa olitti nutti dhufan jalaa miliquudha.
-Monten
@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa
2.2K viewsSIIF Hin GALLEE, 22:04
2022-05-02 21:04:39
Wanta Hojjennu Hundumaaf Itti Gaafatamummaa Fudhachuun Amala Nama Ogummaa Qabuuti.
@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa
834 viewsSIIF Hin GALLEE, 18:04
2022-04-27 23:31:07
Kennaan Nama Hundaa Adduma Addaan Uumamaan Waan Nuuf Laatametu Nu Waliin Guddatee Hojiidhaan Muldhata. Hundi Immoo Kennaa Isaa Kana Itti Hin Fayyadamu. Inni Biraan Immoo Kennaa Isaa Kana Daran Bilcheessuf Iyyuu Hedduu Tattaafata.
@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa
249 viewsSIIF Hin GALLEE, 20:31
2022-04-27 00:30:23
Ogeessi Yaadaa Waan Hunda Hubata. Osoo Ati Hin Dubbatin Adeemsaaf Ilaalcha Kee Ilaalee Si Madaala, Si Beeka. Ogeessi Hubatee Raawwachuuf Malee Ilaalee Dubbachuuf Hin Ariifatu.
@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa
257 viewsSIIF Hin GALLEE, 21:30
2022-04-24 22:36:24
Qabaa Jireenya Keetii Beeki! Namicha Hiyyeessa Tokkotu Sangaa Tokko Qaba Ture Jireenyi Itti Ulfaannan Sangaa Isaa Gabaa Geessee Gurguratee Utuu Deebi'uu Mana Dhugaatiitti Goree Isa Booda Dhugee Machaa'ee Manatti Galuuf Karaa Irra Bu'e Utuu Deemuu Waan Mana Ga'e Itti Fakkaatee Karaa Irra Ciise. Achitti Saamtun Itti Dhufanii Qabeenya Isaa Hunda Harkaa Fudhatanii Rifeensa Isaa Irra Haadanii Sokkan.
Machiin Irraa Galee Gaafa Ka'u Qarshiin Isaa Harka Hin Jiru. Iyyuuf Gaafa Mataa Qabatu Rifeensi Irra Hin Jiru. Isa Booda Kun Ana Miti Jedhee Deebi'ee Rafe!!!
Qabaa Jireenya Keetii Beeki! Akkamitti Akka Bobbaatee Galtuu Fi Daandiin Filannoo Keetii Gara Kamitti Akka Si Geessu Hubadhu! Kufaatitti Akka Si Hin Geessine Eeggadhu Jechuudhumaafi.
@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa
646 viewsSIIF Hin GALLEE, 19:36
2022-04-23 22:28:14
#
Gaggeessaa Ta'uun Gatii Nama Baasisa. Gaggeessummaan Isa Gaggeeffamuuf Gadi Jedhanii Hojjechuudha.
Kan Humna Hin Qabneef Humna Ta'uudha.
Rakkinaaf Mirga Kennuu Dhiisanii Alaabaa Moo'ichaa Argisiisu Dha.
Yaada Jireenyaa Qabatanii Kufaatii Ijibbaachisuu Dha.
@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa
626 viewsSIIF Hin GALLEE, 19:28
2022-04-22 22:49:13
#Eenyummaan Keenya Isa Yeroo Qofaa Keenya Hojjennudha Malee Isa Uummata Biratti Qofa Hojjennu Miti. Nama Duratti Wanta Qajeelaa Hojjenna Ta'ee, Yeroo Qofaa Keenyaa Immoo Wanta Jal'inaa Hojjenna Yoo Ta'e Eenyummaan Keenya Sun Jal'ina.
@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa
655 viewsSIIF Hin GALLEE, 19:49
2022-04-21 23:34:11
#Eenyummaan Kee Inni Dhugaan Isa Yeroo Ati Qofaa Kee Jirtu Hojjettuudha.
@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa
457 viewsSIIF Hin GALLEE, edited 20:34
2022-04-21 01:29:25
@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa
582 viewsSIIF Hin GALLEE, 22:29
2022-04-19 01:58:55
OgummaaOgummaan Bakka Hundatti Gaggeessituu Daandii Milkaa'inaati. Namni Ogeessi Hin Kufu. Inni Ogummaa Harkaa Qabu Bakka Deeme Hundatti Jireenyi Isaaf Mijataadha. Ogummaa Qabuun Simatamee Hojjetee Of Jiraachisa.
@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa
313 viewsSIIF Hin GALLEE, 22:58